By | January 27, 2020


Norway: Gaafii fi Deebii Hawaasaa fi Jaal Daawud Ibsaa jedhuti ta’e


ODM kutaa addaa Amajjii 26,2020 Tamsaasa kallattiidhaan Marii hawaasaa akkasumas gaaffii fi deebii hawaasaa Oromoo JAAL DAWUUD IBSAA waliin Oslo Norwayitti gaggeeffame.Odeeffannoo dabalataaf https://www.youtube.com/channel/UCZ8iwekpRGpPmloC4VCGNzQ… YouTube irratti ‘SUBSCRIBE’ fi Fuula facebook keenyas https://www.facebook.com/MiidiyaaDiyaaspooraaOromooODM/ ‘Follow fi Like’ gochudhaan nu hordofa!Odeeffanno ragaa qabu ODM’dhaaf kennuu yoo barbaaddan immoo +1-202-415-7560 nu gahu dandeessu.Warreen Ameerikaa Kaabaa fi naannoo ishee jirtaniis yeroo dhiyootti gama Raadiyooodhaan lakkoofsa bilbila 1 518-906-1784 bilbiludhaan baasii tokko malee bilisan qophii keenya hordofu dandeessu!Qophiin kun tamsaasa kallattiin isiniif darbatti kan jirudha rakkoo teeknikaa nu mudachatti jirudhaaf dursine dhiifama gaafanna.




Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.