By | October 23, 2019


OBS Haala yeroo irratti turtii Jawaar Mohaammad waliin!


KMN:- Onkoloolessa 23/2019 |Marii haala Aggaamamuu Jawaar Mohaammed ilaalchisee hayyota oromoo Dr Tseggaayee Araarsaa fi Prf. Iziqi’eel Gabbisaa waliin taasifame itti dhiyaadhaa








Waan hubatamuu qabu; Lolli jiru kallattii 3 dhaan
Via Raajii Guddataa

1 . Rawwachiiftoota sirna nafxeenyaa ta’uun qaama nageenyaa keessaa jijjirama da’oo godhachuun kan hojjetaa jiran. Humna tikaa, poolisii fi RIB keessaa kan jiran,

2. Maqaa abbaa qabeenyaan Oromiyaa keessatti kan of gurmeessanii jiran dhalatoota leellistoota siyaasaa warra kaabaa kan ta’anii magaalaalee Oromiyaa keessa jiran ,

3. Caasaa ODP keessaa aantummaa ummatummaa qaban fakkatanii warra humnoomuu Oromoo irratti lafa Jala hojjetanidha.

Kanaafuu kun hundi kan aggammatee yaada nam tokko ykn jaarmiyaa tokkoo miti adeemsuma qabsoo Oromoo kan danqudha. Hunduu qooda irraa fudhatuun eenyummaa saba kanaa agarsiisu qaba. Warra kanaaf kan da’oo ta’ee ol kaasees mootummaa Dr Abiyyi ta’uu qalbeeffachuun Sirnuma sana dhabamsiisuudhaaf carraaquun murtii filannoo hin qabnedha .

Focus on big objective .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.