By | February 14, 2020


Beeksisa Gabaabaa !

Addi Bilisummaa Oromoo har’a Gurraandhala 14, 2020 ganama irraa sa’aatii 10:30AM (4:30 Akka Lakkoofsa Itoophiyaatti) haala yeroo ammaa (keessattuu hidhaa jumlaa/Mass Arrest) Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Waajjira Muummicha isaa kan Gullalleetti Gaazexootaaf ibsa ni kenna. Kanaaf Miidiyaalee fi Gaazexeessitootni irratti argamuu dandeessan akka irratti argamtanii gabaastan afeeramtanii jirtu.

Damee Aadaa fi Beeksisii ABO


አጭር ማስታወቂያ

የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ዛሬ የካቲት 6 2012 ዓ.ም. ከጠዋቱ 4:30 ሰዓት ላይ ወቅታዊ ጉዳዮችን (በተለይም ሰሞኑን በኦሮሚያ ዉስጥ እየተፋፋመ ያለዉን የጅምላ እስር/Mass Arrest) ኣስመልክቶ ጉለሌ በሚገኘዉ ዋና ጽ/ቤቱ ጋዜጣዊ መግለጫ ይሰጣል። በመሆኑም ለመሳተፍ የሚትችሉት ሚዲያዎች እና ጋዜጠኞች ተገኝታችሁ እንድትዘግቡ ተጋብዛችሁዋል።

የኦነግ ባህልና ማስታወቂያ መምሪያ

Mirga መንግስት Obsi Dhaamsa forces Waamicha ጥያቄ Solution Ummataa Irreechaa Hanna ታሪክ የሲዳማ መግለጫ Kora Finfinnee Siyaasaa Dhaaba Qabsoo Ummata WBO Wareegamtoota ስም Yakka ነፃነት Daangaa Bilisummaa ግንባር Mootummaan ግመል Deemuun Gadaa ሰላም Nagaa Adda Ajjeechaa ABO ሠራዊት የሌለዉ Hin Gama Irratti Ummata Tarkaanfiin ABO Ummata Qabeenya Mirga Tahu Duulli Araaraa ብርሃኔ Maammoo Itoophiyaa ABO Hin - Warraaqsa Bilisummaa Oromoo - Oromo People Duula Sirna Qawwee Sab-boonummaa Gootota OLF ABO Yakka Ajjeechaa Qabsoo Ummata OLF

One thought on “OLF Finfinnee: Beeksisa Gabaabaa ! አጭር ማስታወቂያ

  1. Prety

    The newly elected puppet Mayor of Addis Ababa Menilik Alemayehu got dual citizenship too.

    Many people in key governmental positions got dual citizenships, some got even triple or more citizenships, so singling out only Jawar’s citizenship issue is not fair or just.

    Many people holding high post go erental positions such as Soliana’s salary is paid by foreign governments for the job they supposedly do for the “Ethiopian” government .

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.