By | August 23, 2019


OMN: Oduu Galgalaa (Hagayya 23 2019) fi ONN: QOPHII HUBANNAA – Hayyoontni Oromoo waliin marii


ODUU JAJJABDUU
MOORAA #SANQALLEE!

Hagayyaa 23/2019

OPOD’ ilmoon TPLF Gocha abbaa ishee ilmaan Oromoo irratti gocha gara jabeenyaa hojjechuu akkuma itti fuftetti jirti. Akka odeessi mooraa Sanqalle arganne jedhutti, namoota golee Oromiyaarraa sababa Oromummaa isaanii qofaaf ji’oota muraasaan dura qabamanii achitti dararamaa jiran keessaa,#Maanguddoon maqaan isaanii Obbo #Abarraa Tolasaa jedhaman, guyyaa kaleessaa dhukkubni itti hammaannaan humnoonni mootummaa achii baasanii jiraachuutu himame.haa ta’u malee bakka maanguddoon kun geeffaman hanga ammaa wanti beekame hin jiru.Maatii fi firoonni argatanii yaallachuufis ta’e haala isaan keessa jiran akka adda baafachuu hin dandeenyetti OPDO’n Maanguddoo kana dhoksitee jirti.Kanaaf Uummanni Oromoo Maanguddoo badii malee dararaan bineensa irrattillee hin gaeggeeffamne irra gahaa jiru kanaaf sagalee akka taataniifi bakka isaan jiran adda baasuuf akka nu waliin taatan waamicha Oromummaa isiniif dhiyeessina!

Manguddoon kun attaatamaan hiikamu qabu!


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.