By | February 12, 2018




Gurraandhal 11, 2018 – Maqaa fi iddoo dhaloota Sabboontota keenya kan kaleessa Hammarreysatti sirna nama nyaata TPLF’n nurraa wareegamani muraasa

1-Suleeyman Abdallahi Husseen, H.Lixaa, Masala
2-Bayaan Ahamad Muummee, H.Baha,Kurfaa Callee
3-Abdulqaadir Adam Abdulqaadir,H.Baabbile, Ganda Qiincibaa
4-Bilaal Tasfaayee , Walisoo
5-Yuusuf Husseen ,H.Lixaa
6-Siraaj Abdallaa Aliyyii, H.Bahaa, Malkaa Jabduu, Ganda Billa
7-Mahammad Yuusuf Umar ,H.Baha Malkaa Balloo, Araddaa Ifaa Jaalalaa Ganda Kulama
8-Badrii Qaasim Bakar,H.Baha,Gurawa Araddaa Doogu,Ganda Boruu Muudee
9-Abdii Adam Mahammad,H.Baha Malkaa Balloo Jaaja
10-Baaruddiin Abbaas Bakar, H.Baha.
Haromayaa Ganda Raaree
11-Juwaraa Hassan Ahamad, H.Baha Calanqo
12-Ramadaan Mahammad Idiris, H.Baha Gursum,Funyaan Ujubaa
13-Abdusalaam Mummee Abdii, Poolisii Oromiyaa
14-Seeyfuddiin Ahamad Sh/Abduraman, H.Baha Cinaaksan Mudhii Daawwee.

Maqaan na bira ga’e hamma kana namni tokko kan maqaan isaa hin ammaaf beekkaminiitu hafe sanaas Qeerroon qorachaa jira.

Yoomuu hin dagatamtan isin Galmee Tarree Waregamtoota Oromiyaa warra isin dura waliin jirtu onnee keenya keessa mul’attu yoomu

Maati fi firoottan isaanitif jajjabina habkeennu
Isaanifis Jannata ha godhu qubsuma isaani

Qabsaa’an ni kufa
Qabsoon itti fufa




Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.