By | January 29, 2018



QOPHII KAAYYOO AMAJJII 28/2018 : // Haala Yaroo fi qabsoo hidhannoo ABOn Baha Oromiyaa keessatti geggessaa turee fi jiru ilaalchisee Marii Obboo Atoomsaa Kumsaa Miseensa SHG – GS ABO fi Qondaala ol aanaa WBO waliin taasifnee



Ammajjii 28/2018 Sirni Simannaa Dr Mararaa Guddinaafi hidhamtoota Siyaasaa Oromoo hidhaarra hiikkanamaniif Magaalaa Ambootti qophaa’ee bifa adda ta’een gaggeeffame. Istaadiyeemii Amboo guddichatti uummatni miliyoonan lakkaawwaman argamuun simannaa gootummaa gootota Oromoof godhan. Kana malees Qeerroon dangaggootni Oromoofi Uummaatni sagalee dhaadannoo :
– Hidhamtootni Siyaasaa Oromoo hundii haa hiikkaman
-mirgi bilisummaafi walabummaan uummata Oromoof haa kabajamu.
-“We demand free all Oromo political prisoners!!
-We demand Justice and freedom !! Jedhu dhageessisuun mootummaa abbaa irreefi ergamtoota wayyaanee abdii kutachiisan.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.