By | September 13, 2019


ONN: Qophii Ayyaana Barii Birraa- Fulbaanaa, 2019 – Kutaa 1ffaa fi 2ffaa

ONN: Qophii Ayyaana Barii Birraa- Fulbaanaa, 2019. Baga Bacaqii Gannaa irraa Booqaa Birraatti Ceetan. Birraan kun kan dhugaan itti moo’u, Irreen tokkummaa Oromoo fi Oromummaan daranuu itti cimu akkasumas kan badhaadhinaa fi milkii akka isiniif tahu hawwina. Ayyaana Gaarii! *OROMIA NEWS NETWORK(ONN)*



ONN: Qophii Ayyaana Barii Birraa- Fulbaanaa, 2019.Baga Bacaqii Gannaa irraa Booqaa Birraatti Ceetan. Birraan kun kan dhugaan itti moo’u, Irreen tokkummaa Oromoo fi Oromummaan daranuu itti cimu akkasumas kan badhaadhinaa fi milkii akka isiniif tahu hawwina. Ayyaana Gaarii! * OROMIA NEWS NETWORK(ONN) * kutaa 2fffaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.