By | April 29, 2019


ONN: Seenaa Aanoolee; Tarkaanfii WBO


Via Biqilaa Biyyaa
#Oduu INJIFANNOO#
WBO ZOONII lixaa.
Ebla/28/04/2019/
baga GAMMANNE BAGA GAMMADDAN deeggarton WBO hundi.
WBO Zoonii lixaa Ganama har’aa Lola cimaa. sa’aa 12:00 Eegale Hanga Sa’aa ammati WbO fi humna gooleessitu Wayyaane Gidduutti Adeemsiffame Magaaloon oromiyaa jaha 6 Too’annoo AjAjAA WbO ZOONII lixaa harka Jaal Marroo jala seenaniiruu.
meeshaan G urguddaa baay’een harka WbO jala galeera.
kaampii Waraana command post magaaloota jaha 6 daaraa taateetti .
lollii akkuma.itti f ufetti jira. Gootichi Waraana bilisummaa Oromoo Hanga oromiyaa bilisomtuti Tarkkaanfii diina irratti fudhatu kani duubati deebi’u miti.
Hanga caasaan OPDO fi wayyaane diigame baduti Tarkkaanfii WBO kan duubati deebisu tokkollee Akka hin jirree beekamadha.
injifannoon kan Ummata OROMOOTI.



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.