By | June 10, 2019


OPDOn Godina Booranaatti maallaqa Abbotii Gadaati hirtee akka WBO balaaleffatan godhaa jirti

Abbootii Gadaatiif Birriin yeroo raabsame

Via Oromo Community

Harkaa harkatti kaameraatu issin qabe. Iccitiin kibba Oromiyaatti Ummatni ba’ee akka WBO balaaleffatu godhamaa jiru kanaadha.

OPDOn kibba Oromiyaa Godina Booranaatti kara Bulchaa Abbaa Guyyoo Galgalootiin maallaqni Abbotii Gadaa nama sadiif kuma dhibba sadii kuma sagaltamii torbaa fi dhibba sadiif shantamatu (397, 350)hirameef.

Kana booda bakka hedduutti nama maallaqaan bittee duula WBO balaaleffanna OPDOn itti fufti.

 

One thought on “OPDOn Godina Booranaatti maallaqa Abbotii Gadaati hirtee akka WBO balaaleffatan godhaa jirti

  1. Berhanu Kelbessa

    QUBEEN BARRU AFAAN KEENYAAF YOO TA’UU AI’NAA/QUALITY/ ADDAAN BEEKAMUU QABA. KABAJINI, QAROOMNI FII HUBANNAAN TOORA KAMITTUU KAN KEESSATTI MUL’ATU. MIRGI GUUTUUN NAMOOTAA AKKUM JIRUTTI TAHEE; AADAA BADE DEEBISUU KEESSAA TOKKOOF DURSAA WAAN TA’EEF.
    YEROO QEEQNUS, BALAALEFFANNUS, DEEGGARRUS JECHUU.
    WAAN DHUGAAN DALAGAMAA JIRU JALA MURUUN DANDA’AMUU BAATUS, “ABBOOTIN GADAA MAT’AA NYAATU YKN FUDHATU” YAAKA JEDHU YKN JECHISIISU OROMOON BARREEFFAMUUN IRRA HIN JIRU. NAMOOTA QOFA UTUU HIN TAANE AADAA GUDDAA OFII XURII YKN DIINA GIDDUUTTI HA’UU DHA. GALATOMMAA.

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.