By | February 14, 2020


Oromoota gosa Gujiifi Afran-Qalloo walitti buusuuf, shirrri xaxamaa jiraachuu | RSWO

Qabata deggersa WBO’tiin, Gosa Oromoo Gujii Gosa Oromoo Afran-Qalloo irratti duulchisuuf, dabballoonni ODP Konyaa Gujii Bahaa keessatti ijaarsaalee shiraa ijaaruun, hawaasa walitti qabanii waltajjiilee shiraa geggeessaa jiraachuu. RSWO – Gurraandhala 13, 2020



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.