SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Muddee 28, 2017

 

Dhiigni Oromoo Dhanglahaa Jirus Dhiiguma Namaati!

Dhiigni Oromoo Dhanglahaa Jirus Dhiiguma Namaati! BaarentuuGadaa Irraa, Muddee 28, 2017 Bittoonni Habashaa Wayyaanee har’aa dabalatee  Oromoo weeraranii qabatan yakki  isaan  Oromoo irratti hin raawwatinii fi hin raawwachiisin hin jiru. Ajjeechaa, hidhaan, dararaa fi  biyyaa hariyuun hojii ittiin beekamaniidha. Teewudoroos  … Read More »

ONN: Haala Yeroo irratti Marii Dubbi Himaa ABO obbo Toleeraa dhaabaa waliin

ONN – Marii Haala Yeroo irratti Dubbi Himaa ABO Obbo Toleeraa Dhaabaa Waliin godhame kana mee dhaggeeffadhaa SHARE Waliif godhaa.

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 27, 2017

 

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Muddee 26, 2017

 

QABSOON OROMOO “MAARSHII” GEEDDARUU QABAA ! Kutaa 2ffaa

QABSOON OROMOO “ MAARSHII ” GEEDDARUU QABAA ! SEENAA  Y.G (2005)   kutaa 2ffaa fi xumuraa Dhiigni Ilmaan Oromoo dhangala’ee akka hin hafnee, waa lamaanin abdii godhe. 1. Sochii Qabsaa’ootaa, Dhaloota har’aa fi Ummataa Biyya keessaa qindeeffamee adeemaa jiruu, 2. Gidduu… Read More »

Hidhamtoota Keenyaaf haa iyyanu

…. In April and May 2014, Oromo students at all regional universities in Oromia took to the streets to protest the unconstitutional expansion of Addis Ababa’s jurisdiction into surrounding Oromia towns. Dozens of peaceful protesters were killed by live bullets… Read More »

Genocide in plain sight: TPLF’s (mass-) red-terror against the Oromo people

Genocide in plain sight: TPLF’s (mass-) red-terror against the Oromo people By Aba Orma The TPLF/EPRDF government has orchestrated genocide against the Oromo people with the help of TPLF’s Janjaweed, the Somali para-commando known as the “Liyu Police”. Even the… Read More »

RSWO – Muddee 20, 2017 ODUU, KEESSUMMAA RSWO FI DHAAMSA

RSWO – Muddee 20, 2017 ODUU, KEESSUMMAA RSWO FI DHAAMSA