Norway: Silence and indifference about Ethiopia

Norway: Silence and indifference about Ethiopia By Lemma Desta, Last updated: 05.02.2018 Source: Bistands Aktuelt Norway (Google Translation – February 6, 2018) OPINIONS: After the Crown Prince’s visit to Ethiopia last autumn, it has been difficult to create debate on Norway’s… Read More »

ONN: Marii Bal’aa Obbo Taahaa Abdii, Misenssa Shane Gumi Sabaa ABO, Walin Ta’e

ONN:Egallii fi Jalqabbii QBO Laalchisee Marii Bal’aa Misenssa Shane Gumi Sabaa ABO Akkasuma Barreysaa fi Itti Gaafatamaa Damee Dantaa Alaa ABO yeroo dheeraaf kan ture Obbo Taahaa Abdii Waliin Goone Kutaa 1ffaa Hordofaa. Gurraandhala 5/2018 Gurandhala 5/2018 Breaking News Muudama… Read More »

SHIRA WAYYAANEE FI 2020

SHIRA WAYYAANEE FI 2020 SEENAA Y.G(2005), 05 February 2018 Qabsoo Ummatootaa, addatti, Ummati Oromoo gama hundaan gaggeessaa jiru, wayyaanee mogolee jalaa laaffisee jira. Baatiilee 5n dabran murni Angoo Biyyattii of harkaa qabuu, akka waloottis ta’uu akka dhuunfaatti wal ga’iilee fi gamaagama gaggeessan… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 5 February 2018

Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM Finfinnee time at 16 MB or 17850… Read More »

Gaaffiin Oromoo jijjiiramuu hinqabu, akkaataa hojjennutu jijjirama barbaada

Gaaffiin Oromoo jijjiiramuu hinqabu, akkaataa hojjennutu jijjirama barbaada Mekbib Gebeyehu Biqila tin, Gurraandhala 5, 2018 Sabni Oromoo Jijjirama gudda akka fiduu dandahu hunduu beeka. Jijjirama barbaachisu kana fiduuf garuu akkatan itti hojjetamaa jiruu jijjiramuu qaba. Kuni hintahu taanaan lubbuun wareegamaa… Read More »

Finfinnee fi Abbaa Biyyummaa Oromoo

Finfinnee fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Damee Boruutin, Gurraandhala 4, 2018 Mootummaan TPLF yaroo itti tolu ergamtuu ishee OPDO Finfinnee keessaa ari’uu yaroo mormiin itti xinnoo jabaatu gara Finfinnee fiduu yaroo caalaa itti hammaatu immoo Uummatni Oromoo Finfinnee irraa dhimma qabu… Read More »

ONN: Qophii Gaaddisa Dhugaa – Gurraandhala 4, 2018

QOPHII GAADDISA DHUGAA FEB 04 2018 :- Jaal Araarsoo AbbaaHumnaa:- Mana Murtii Abbaa Irree Wayyaaneedhaan Duutii Ittii QOPHII KAAYYOO:FEB 04 2018 Marii haala iggita dhiittaa mirga dhala namaa mootummaa Itoophiyaa irratti gochuuf sochii godhame ilaalchisee Dr Obsaa Hasan, Seenaa Jimjimoo… Read More »

UN Says Millions Displaced in Oromia – Somali Conflict

Feb. 04, 2018 A new report jointly released by the United Nations Office for the Coordination of Humanitarian Affairs (UNOCHA), the National Disaster Risk Management Commission (NDRMC) and International Organization for Migration (IOM) indicated that close to one million people have… Read More »