Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 02 June 2018 and Team Tokkuma

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 02 June 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »

በገሃድ ያልታወጀ ጦርነት በኦነግ፣ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና በቄሮ ላይ

በገሃድ ያልታወጀ ጦርነት በኦነግ፣ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና በቄሮ ላይ (በወቅታዊ ሁኔታ ላይ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግለጫ), Watabajjii 2, 2018 የኢትዮጵያ ኢምፓዬር ውስጥ ለረጅም ጊዜያት እየተቀያየረ ዛሬን በደረሰው የጦርነትና የፖለቲካ ሁኔታ ውስጥ የወያኔ መንግስትና ቅጥረኛ ኣጋሩ የሆነው ኦፒዲኦ ላለፉት 27… Read More »

Duula Ifatti Hin Labsamin ABO, WBO fi Qeerroo Irrattii

Duula Ifatti Hin Labsamin ABO, WBO fi Qeerroo Irrattii (Haala Yeroo Irratti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo), Waxabajjii 2, 2018 Haala waraanaa fi siyaasaa Impaayera Itoophiyaa yeroo dheeraaf geggeeddaramaa as gahe keessatti mootummaan wayyaanee fi waahila isaa kan tahe, OPDOn, ABO… Read More »

SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 3, 2018

SBO: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 3, 2018 SBO: Waxabajjii 03 bara 2018. Oduu, Ibsa ABO Haala Yeroo Irratti Fuuleffatee fi Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni WBOf Taasisanii Jireenya Ayyaana is one of the disappeared compatriots along with Nadhii Gammadaa. His musics follows

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018 

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 31, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 31, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Waxabajji 1, 2018 SBO: Waxabajjii 01 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasa Gumaacha WBOf Taasifame Ilallatu.

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? Kutaa 18ffaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Caamsaa 31, 2018 Kutaa Kudhasaddeettaffaa Mootummaan Itoophiyaa jaarmayoota mormitootaa wajjin haasa’uu barbaaduu duuba shirri jiraachuu akka danda’u barreeffama kutaa isa kana… Read More »

Kononel Mangistuu Amma Kononel Abiyi

Kononel Mangistuu Amma Kononel Abiyi Damee Boruutin, Caamsaa 31, 2018 Uummatni Impaayeera Itoophiyaa keessa jiraatu baayyee ayyan dhabeessa tahuu isaa kan agrsiisu bara baraan afuutota kijibaan aangootti rarra’uuf jechaa isaa burjaajjessuu fi ilmaan isaa fixaa jiruun dhiitamuu fi bitamuu isaa… Read More »

Ethiopia: Police unit unlawfully killing people must be stopped

Ethiopia: Police unit unlawfully killing people must be stopped May 31, 2018 (Amnesty International) — The Ethiopian government must immediately withdraw and disband the Liyu police unit of the Somali regional state, whose members are unlawfully killing people in neighbouring… Read More »