Labsii yeroo muddamaa  uummata mirga isaaf qabsaawurratti labsuun qabsoo Ummataa duubatti hin deebisu

Ergamaa tokkoo buusanii  ergamaa biraa kaa’uunis ta’e, Labsii yeroo muddamaa  uummata mirga isaaf qabsaawurratti labsuun qabsoo Ummataa duubatti hin deebisu. Baarentuu Gadaa Irraa, Gurraandhala 17, 2018 Wayyaaneen  waggoota 26n darbaniif  uummattoota biyyattii  afaan qawweettin ukkaamsitee saamaa, hidhaa fi ajjeesaaq turtee… Read More »

Shororkeessaan Eenyu?

Shororkeessaan Eenyu? Baarentuu Gadaa Irraa, Gurraandhala 17, 2018 Shororkeessaan eenyu?  isa akkamiititu shororkeessadha?  Isa walqixxummaaf falmu, isa  mirga saba isaaf  qabsaawu, isa dimookiraasii dhugaaf dubbatu moo isa  biyya namaa weeraree mirga uummamaa fi dimookirsii namaa  sarbee saamicha gaggeessu dha?   isa… Read More »

Artistoota Oromoo FDG/FXG Keesaatti Gumaachaa jiran!

 

QABSOO BILISUMMAA OROMOO TAAYITAAN BITACHUUN HIN HAYYAMAMU!

Qixxeessaa Lammii | Gurraandhala 17, 2018 Qabsoo hadhaawaa gabrummaa sirna bulchiinsa Habashaa jalaa of baasuuf ummatni Oromoo jaarraa tokkoo ol geggeessaa ture taayitaa dhuunfaan jijjiiruun tasa hin danda’amu. Abbootiin garaa kan garaa isaanii quubsuuf qofa bulan har’allee akkuma kalee abjuu… Read More »

Lemma Megersa is disqualified from premiership due to addiction!

Lemma Megersa is disqualified from premiership due to addiction! By Abbaa Ormaa, February 16, 2018 It is also rumored that Dr Abiy Ahmad turned down the premiership citing that the office is below his grade. Way to go “Moses Abiy”.… Read More »

Dhumaatii Hammarreessaa

Dhumaatii Hammarreessaa Damee Boruutiin, Gurraandhala 16, 2018 Seenaa uummata tokko keessatti wagga lama jiddutti Guyyaa Dilbata Gurraacha  lama qabaachuun waan ajaa’ibaati. Ani Dhumaatii Irreechaa Haroo Arsdee booda namni Oromoo lamaffaa  gurmuun  ni dhuma jedhee hin yaadne. Kan argaa jirru garuu… Read More »

Ethiopia declares national state of emergency

Ethiopia declares national state of emergency February 16, 2018 (BBC) — A national state of emergency has been declared in Ethiopia just one day after the unexpected resignation of Prime Minister Hailemariam Desalegn. A statement by the state broadcaster said… Read More »

Qeerroo Bilisummaa Oromo: Gaafii fi Deebii Barisiisa Tokko Waliin Ta’e

Qeerroo Bilisummaa Oromo: Gaafii fi Deebii Barisiisa Tokko Waliin Ta’e

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Gurraandhala 16, 2018

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Gurraandhala 16, 2018

Ethiopia: The relentless protests that forced the Prime Minister to resign

The stepping down of Hailemariam Desalegn will not satisfy Ethiopia’s protesters. But it is a start BY GONJE DE WADLA February 16, 2018 (African Arguments) — Hailemariam Desalegn has announced his resignation as Ethiopia’s Prime Minister and chair of the ruling Ethiopian… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 16, 2018

SBO: Gurraandhala 16 bara 2018. Oduu, Ibsa ABO fi Gabaasaa sochii warraaqsa FXG ilaalchisuudhaan qindaa’e.

Qeerroo (the Oromo people) won the battle but not the war yet!

Qeerroo (the Oromo people) won the battle but not the war yet! By Abbaa Ormaa, February 16, 2018 The Qeerroo generation: The greatest Oromo generation! Don’t relent. TPLF like a snake sheds its skin living for a while in another… Read More »