Ethiopia is building a new Ma’ikelaawwi

Ethiopia is building a new Ma’ikelaawwi Maa’ikelaawwii haaraan kan ilmaan namaa itti dararamuuf jiru Kutaa Bulchiinsa Aqaaqii keessatti ijaaramaa jira. አድሱ ማዕከላዊ አቃቂ ክ/ከተማ እየተገነባ ነው New Ma’ikelawi is being bulit in Aqaqi Subcity. Photo by Gemechis Asfaw My people,… Read More »

ABBAAN HUMNAA DHAANEE BOOHICHA DHOORGA

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 04, 2018 Sirna bulchiinsa gita bittuu keessatti uleen bulmaataa irreedha.  Jiruu fi jireenya akkasii keessa nagaya wanti jedhamu hin jiru. Sirna sodaatamaa fi sodaataan utubame waan ta’eef tasgabbiin jiruu fi jireenya dhala namaa keessa hin jiran… Read More »

Ethiopia to Free Political Prisoners, Close Prison

Ethiopia to Free Political Prisoners, Close Prison Important Steps, But More Rights Reforms Needed Today, Ethiopia’s ruling coalition announced it would release political prisoners and close the infamous Maekelawi detention center in the capital, Addis Ababa. While the government did not… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 3, 2018

SBO Amajjii 03,2018. Oduu, qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi gaaffii fi deebii Arti.miseensota WBO waliin taasisame kutaa lammataa

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 1 January 2018

Kun tamsaasa RSO Amajjii 1 bara 2018 ti.Tamsaasa har’aa keessatti Oduu fi Qophii Xiyyeeffannoo qabannee dhiyaanne. Itti dhiyaadha! ========================== Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850… Read More »

Qeerroo WBOf ittii mudii qeerroo bilisumaa oromoo ololtuuf gantuuf guraa inkeeninuu yoomu!!!!!

Qeerroo WBOf ittii mudii qeerroo bilisumaa oromoo ololtuuf gantuuf guraa inkeeninuu yoomu!!!!! Amajii tokko guyyaa waraana bilisummaa Oromoo(WBO) January 1 Oromo liberation Army day( OLA) Baga geessaan WBO!!  

B A G A  I T T I I N   I S I N  G A H E ! … WBO Koof …..

…. WBO koof …. Egeree keenya wabii Oromiyaa Kakaachiftuu nafxanyaa Namummaa har’a sarbamneef Nuu deebiftuu nageenyaa Warra garaa hidhattanii Kaayyoo uummataaf bobbaatan Warra ilkaan gammoojjiif Soorrata guyyuu taatan Lafeekoo lafee borii WBO koo yaa Leenca bosonaa Jaallan qaqqaalii dhabaa Kan… Read More »