HE DIED BUT HIS PROPHECY STILL RESONATES

HE DIED BUT HIS PROPHECY STILL RESONATES Lt. Mamo Mezemer, the Unsung Hero By Worku Gadissa, July 25, 2018 Today I want to present a short article about one of the key founders and leaders of Mecha Tulama Association, Lt.… Read More »

Ajjeechaan Aadde Biraanee Maammoo Dhala Namaa Hundaan Balaaleffatamuu Qaba

Ajjeechaan Aadde Biraanee Maammoo Dhala Namaa Hundaan Balaaleffatamuu Qaba (Ibsa ABO – Adoolessa 25, 2018) Adoolessa 23, 2018 galgala Dhiha Oromiyaa magaalaa guddittii Godina Qellem Wallaggaa kan taate Dambi Doolloo irraa oduun dhagahame kan hedduu gurra namaatti ulfaatu oduu suukanneessaa fi gaddisiisaa… Read More »

OSA’s statement on the unfolding political transition in Ethiopia

OSA’s statement on the unfolding political transition in Ethiopia Ethiopia has experienced political transitions in the recent past, similar to the one unfolding currently. The two most significant factors that led to the demise of Emperor Haile Selassie’s regime were… Read More »

OMN GABASA ADDDA HAYYUU DUREE ABO Fi OPDO OROMO Jul 25, 2018

OMN GABASA ADDDA HAYYUU DUREE ABO Fi OPDO OROMO Jul 25, 2018

RSWO – Adoolessa 24, 2018: [DAMBIDOLLOO] Haati Ciniisuurra Jirtu Poolisoota Wayyaaneen Ajjeefamuu

RSWO – Adoolessa 24, 2018: [DAMBIDOLLOO] Haati Ciniisuurra Jirtu Poolisoota Wayyaaneen Ajjeefamuu RSWO – Adoolessa 24, 2018: [DAMBIDOLLOO] Haati Da’uuf Ciniisuurra Jirtu Poolisoota Wayyaaneen Ajjeefamuu [Adaadaan Aadde Biraanee, Aadde Zaaraa Kadir (Yeroo gochi suukaneessaan kun dalagamu bajaajii sana keessa kan… Read More »

Ajjeechaa aadde Biraanee Maammoorratti walqabatee namni hidhame hin jiru

Ajjeechaa aadde Biraanee Maammoorratti walqabatee namni hidhame hin jiru Via Lammii Beenyaa, Adoolessa 25, 2018 Kaleessa yakkamtoota ajjeechaa suukanneessaa aadde Biraanee Maammoorratti raawwatan sadii qabneerra jechuun dubbi himaan MNO obbo Nagarii Leencoo dubbatanii turan. Haa ta’u malee odeeffannoo Waajjira Poolisii… Read More »

Dhimma Araaraa: Dhibdeen siyaasaa OPDO fi ABO gidduu hin jiru

Dhimma Araaraa:  Dhibdeen siyaasaa OPDO fi ABO gidduu hin jiru Via Lammii Beenya, Adoolessa 25, 2018 Dhibdeen siyaasaa OPDO fi ABO gidduu hin jiru, hin jiraatus. Dhibdeen siyaasaa ABO fi sirna Itoopphiyaa gidduu jira. Sirni Itoophiyaa sirna humnaan Oromoorratti fe’amedha.… Read More »

United States Announces $170 Million in Humanitarian Assistance to Displaced People in Ethiopia

United States Announces $170 Million in Humanitarian Assistance to Displaced People in Ethiopia The number of people displaced along the West Guji and Gedeo zones has risen to nearly one million since April WASHINGTON D.C., United States of America, July… Read More »

Laos dam collapse: Many feared dead as floods hit villages

Laos dam collapse: Many feared dead as floods hit villages Note: Laos dam is a very similar to Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD)  being built in Benishangul on Blue Nile. GERD will also collapse sooner or later, because the constructors… Read More »

ONN: Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa, Adooleesa 24, 2018

ONN: Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa, Adooleesa 24, 2018 Dr. Nagasoo Gidaadaa, pirezidaantiin Itoophiyaa duraanii, waltajjii kaleessa galma giddugala aadaa Oromootti geeggeeffame irratti argamanii dhaamsa gajjallaatti argamu ummata biraan naa gahaa jedhanii turani. OBN ani sagalee ummataati jedhee of himuyyuu dhaamsa… Read More »