WAL GAHIIN TPLF KAN GUYYOOTA 18 FUDHATE ITTI BAHA HAMAAN GOOLABAME

Qixxeessaa Lammii | Amajjii 10, 2018 Sirna cunqursaa bara 27f ummattoota biyyattii addatti ummata Oromoo irratti fe’atte ittiin hacuucaa turte ammallee irra deebitee haarahoomfattee bara 18f itti fufuuf akka murteeffattee gadiin baate labsiin baafte ragaa dha. Taayitaa qawween qabatan qawween… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Amajjii 10, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromo, Amajjii 10, 2018 SBO Amajjii 10,2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasa sirna kabaja Guyyaa WBO Amajjii 1/2018 Jiddugala Mooraa Leenjii WBOtti kabajamee ilaallatuu fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 9, 2018

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 9, 2018

ILKAAN SOCHA’EE,  BUQQISUUTU FURMAATA !!! – kutaa 2ffaa

ILKAAN SOCHA’EE,  BUQQISUUTU FURMAATA !!! SEENAA  Y.G (2005) kutaa 2ffaa fi xumuraa. Previous kutaa 1ffaa  Ilkaan socha’ee buqqisuutuu furmaata !! jedhee katabbii kiyya kutaa 2ffaa osoo qopheessaa jiru, wayyaaneen Ibsa haaraa baafatte. Innis QEERROO qorachuu fi tarkaanfii irratti fudhachuuf haala… Read More »

Sirna Kabaja Guyyaa WBO fi Seensa Bara Haaraa 2018 WBO Zoonii Kibbaatiin

Sirna Kabaja Ayyaana Guyyaa WBO fi Seensa Bara Haaraa Kan 2018 WBO Zoonii Kibbaatiin Sirni Kabaja Ayyaana Guyyaa WBO fi Seensa Bara Haaraa Kan 2018 (Amajjiin 01/2018) Addunyaa hunda irratti iddoo gara garaatti miseensotaa fi deggertoota Adda Bilisummaa Oromootiin gaafa… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – 8 January 2018

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast – 8 January 2018

Waa’ee tulaa saglan Booranaa maal beektu?

(BBC Afaan Oromoo) — “Waaqni dhala namaa waan hedduu barsiisee biraa deeme. Akkatti tulaa qotan barsiise. Iddoon wanta kana itti barsiises Dubluq jedhama” Obbo Jaatanii Diidaa. Akka waaqaa sii roobe akka haadhaa si tooye Akka abboo keetii yaame dur-gollise Akka… Read More »

ፌዴራላዊ አስተዳደርና የብሄር ጥያቄ በኢትዮጵያ፣

ፌዴራላዊ አስተዳደርና የብሄር ጥያቄ በኢትዮጵያ፣ ከባይሳ ዋቅ-ወያ (ለውይይት መቋጫ) ***** በቅርቡ ካንዳንድ ባብዛኛው በዲያስፖራ ከሚገኙ እንደምገምተው ከሆነ፣ የአንፋፋው ትውልድ አባላት፣ ወያኔ በኢትዮጵያ የደነገገው ፌዴራላዊ አስተዳደርና በህገ መንግሥቱ ውስጥም ያካተተው አንቀጽ 39 ለኢትዮጵያ የግዛትም ሆነ የህዝቦቿ አንድነት ጠር ነው በማለት በተደጋጋሚ… Read More »

ሱዳን ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች

DW, አፍሪቃ  | January 07, 2018 ሱዳን ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች ሱዳን በምስራቃዊው የሀገሪቱ ክፍል ከኤርትራ ጋር የሚያዋስናትን ድንበር ዘጋች፡፡ የድንበር መዝጋቱ እርምጃ የተሰማው ፕሬዝዳንት ኦማር ሀሰን አልበሽር ከኤርትራ ጋር በምትዋሰነው የከሰላ ግዛት የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ ከደነገጉ ከሳምንት በኋላ… Read More »