Olmaa Oromiyyaa, Adoolessa 2, 2018

#Aanaa_Baabile 7/2/2018 (Lakkofssa Itiyophiyaa 25/10/2010) weerara Liyyu Polisin MNS ganama kana araddaa Erer ganda Ifaa bariirratti daguun banteen qonnaan bulaa keenya buqqaasani manneen isaani gubani jiru. Ummann buqqa’e yero amma kana waajjira Bulchiinsa Aanaa Baabileetti argamu waan taheef Umanni Baabile… Read More »

These happened today in Oromia – July 2, 2018

On this day of 2 July 1992 at 8:48 pm, Jaatani Ali was assasinated by TPLF agents

On this day of 2 July 1992 at 8:48 pm, Jaatani Ali was assasinated by TPLF agents IN LOVING MEMORY OF JAATANI ALI TANDU Born: 1939 Died: 1992 Jaatani Ali Tandu, Borana, Oromo leader, former Provincial Governor of Borana Province… Read More »

Addis Standard Interviews Mike Raynor, US Ambassador to Ethiopia

The Interview: “There Are Going to Be People Who Are Going to Embrace This Change and People Who Are Going to Resist it,” Mike Raynor, US Ambassador to Ethiopia Addis Standard, July 2, 2018 Addis Standard: [Given how things have changed… Read More »

Uummata Qabsoo Isaatin Waanjoo Gabrummaa Caccabsee Ofirraa Gataa Jiru Waanjoo Haaraa Itti Fe’uuf Yaalun Yakka!

Uummata Qabsoo Isaatin Waanjoo Gabrummaa Caccabsee Ofirraa Gataa Jiru Waanjoo Haaraa Itti Fe’uuf Yaalun Yakka! Baarentuu Gadaa Irraa, Adoolessa 2, 2018 Itiyoophiyaan biyya fedhii uummattootaa malee humna waraanaatin ijaaramteedha. Habashanni kaaba impaayeerettii turan qawwee gargaarsan argatan qabatanii gama kibbaatti duuluun uummattoota… Read More »

Simbirtuu Radio 28 06 2018

Simbirtuu Radio 28 06 2018 Simbirtuu:- Waa’ee obbo Lammaa Magarsaafi Dr Abiyyi Ahmad – keessa humna tikaafi waraana Itoophiyaa irratti kan waliin turan obbo Gammachuun kan jedhan qabu. – Oduunis jira.

Dhalootatti Maluun,, Ofiin Dhabamuudha !!!

Dhalootatti Maluun,, Ofiin Dhabamuudha !!! SEENAA  Y.G (2005), Adoolessa 1, 2018 Baroota dheeraaf shirri diinaa nu cabseera. Ofumaan of cabsinee diinni akka nurra sirbuu taasifneerra.  Shira diinaa kana cabsuuf, waggoota dheeraa nurraa fudhateera. Haata’uuti har’aa geeddarameerra. Kan qabsoo namoota biraa… Read More »

Injifannoo fi Galatni Kan uummata Oromoo Hundaafi Qeerroo Bilisummaa Oromooti!

Injifannoo fi Galatni Kan uummata Oromoo Hundaafi Qeerroo Bilisummaa Oromooti! Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname, Adoolessa 1, 2018 (Qeerroo) — Manni Maree minsteerotaa Itoophiyaa ADWUIn Seeraa dabaa kan maqaa Labsii Shororkeessummaa jedhuun ABO, ONLF fi G7 ittin maqaa… Read More »

I SUPPORT the Oromo Liberation Front!

I SUPPORT the Oromo Liberation Front! By Abbaa Ormaa, July 1, 2018 The West, particularly the United States of America, has provided unfettered financial, diplomatic, economic and military support and stood by the minority Tigray-led regime in Ethiopia as it… Read More »

Delegates of Etritrea in Finfinne: the visit that threatened the OLF?

Delegates of Etritrea in Finfinne: the visit that threatened the OLF? By prof Asfaw Beyene, June 30, 2018 1. What prompted the Eritrean delegation’s visit to Ethiopia? The purpose of the June 26 visit of Eritrean delegates to Ethiopia was… Read More »