By | January 15, 2019


PM Abiy Ahmed’s army has continued bombing Wallaga region of Oromia

The PM Abiy Ahmed of Ethiopia’s army has continued bombing the civilians in Wallaga, Western Oromia.  Ironically his advisers are the same people, returnees from exile, who drove the Derg regime of Mengistu Hailemariam into a ditch. The only addition to them is Lencho Leta and Dima Nagawo who turned their personal hatred against their own people. Safuu!


Few implications of Abiy’s #Airstrike on Oromo people
————————————————————————
1. Abiy’s foot soldiers capacity visa – vise Oromo liberation army aka OLA capacity
2. Abiy’s government desperation level about the upcoming election
3. How much Abiy’s government is intolerant to oppositions groups and level of government commitment for political dialogue and democracy
4. Abiy’s inability to learn from history of his predecessors
5. Abiy advisors identity and political orientation
what else is left?



Via Dábessá Gemelal

Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eeysoo Araddoota akka Qiqilliftuu fii Waltaanetti hidhannoo gurguddoon Hawaasa keenya irratti dhukaasaati jiran. Lolli kuniis hanga ammaatti itti fufeeti jira.

Namoonni madaahaniis ni jiran, Namoota madaahan keeysaa Kan ammaaf Maqaan na gehe Muhaammad Abdii ja’ama. Hanga ammaatti gargaarsi gama Mootummaatiin Hawaasa kanaaf godhame tokkolleen hin jiru.

Yeroo Oromoonni hedduun Finfinnee irraa dhiichisaa jiranitti Gariin keenya Du’aati jira. Qabeenyii fii Qa’een isaa Mancaafamaati jira. Halli kun hanga yoomitti laata kan itti fufu??
Ammaaf Bilbilliin nama achi irraa beekuu na dide Xiqqoo booda Yaaleen Odeeyfannoon argadheen isinitti deebi’a.

Kan Shubbisaa Jirtaniif Shubbisa gaarii,
Kan Lolli Irratti banamee Du’aa Jirtan immoo Rabbibi isin haa gargaaru, Nagayatti!!


Diinni Oromoo guyyuu saaxilama:
==================
“OPDOn Warra G7 Birhaanuu Naggaa waliin waliigaluun nama keenya hidhaatti guuraa jirti. Keessattuu ajejoota fi dabballoota G7 biyya alaa irraa galan 14 tahan caasaa tika EPRDF keessa galchuun namoota keessa beekassa jedhaman ammoo akka gorsaatti Oromoo keessaa rammadamaniifii jiru. Isaan keessa kan ammaaf naqaan barame:

1. Koloneel Amaaree Habtamu ( Saanjaw)
2. Koloneel Anbessaa Assafaa ….Dammaqaa Nagaasaa kan rammadameef
3. Shaambal Tamtime Gizachew ..Gerasu Tufa kan rammadameef
4. 50 Alaqaa Wendefirew Kalkidan
5. Gaashaw Tsesgaaye Sammuu
6. Shaambal Gadaamuu Maaruu
7. 100 Alaqaa Phaawuloos Yohannis
8. Faasil Yenenew ( Kibriit)
9. Saajin Tsaadiquu Daarbooree ( Dilbadil)
10. Agonefir Tola ( Aljezeera) ..Dr Birhanemesqel Abebe Sanyii kan rammadameef
11. Azeeb Amiin…..Birhaanuu Magarsaa Leenjisoo kan rammadameef dha.”


Abashota Arsi kesaati dhalatani afaan Oromo dubatanin Oromon Dhummu hin-qabdu kana boda . Oromon damaqu qaba.
General BerhanuncJulla , yeroo Amma kana Oromo Walaga fi Borana Moytalee ficisisaa an Jiruu dha. Saynii isaa hin-beekamu .

B/G Kamal Galuu yeroo Amma kana General Berhanu Julla wajiin an hojatu dha Namni kunis Arsi dha .Namni kuni Kanan durraa ergaa wayanee fudhatee an Oromo Harargee fi somalee lafa irraa dhugusisee dha .csennan gana isaa gafata.

Abba Dula Gamadanis Arsi dha Abasha dha . Namni kunis Oromo Jiduugaleesas an lafa irraa dugusisee mostely Amboo bartota an lafa irraa haxayee dha . sennan hibdagatuu .
Junadiin saddoo Arsi dha Namni kunis akka malee Oromo lixaa irrati xiyeefatee Maacaafi Tulama an baleesee dha .

Finfinnee University irraa Oromo 320 guyyaa tokkon an ariyee dha . Namni kuni amalee Oromo akka kamal Galtu wajiin ficisisaa jiruu dha. Warkene Gabayew Foreign Minsteri dha namni kuni Abasha dha inis Arsi kesaati dhalatee. Namni kuni an Oromo lafaa irraa dhugugsisee dha yeroo Oromiyaa polissi commissionary tahe jiruu sun.
Jaroni kuni Hundi an Oromo lafa irraa dhugugsisani ho-tahu maalif Arsi kesaa yeroo hunda filatamani Oromiyaa lixaa irrat bobaahani hin_beekamu . Kanafu Oromon Hundi kahe falmachu qaba jedhen yada . .

#Qeerroon_ka‘i !!




Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.