By | July 1, 2019


RSWO – Konkolaataan Qeerroo Booranaa gara Sanqalleetti geessaa ture garagaluun Qeerroon 72 miidhaman


RSWO – Waxabajjii 30, 2019: Qeerroolee Konyaa Booranaa keessaa funaanamanii gara Sanqallee’tti geeffamaa jiran 200 ol ta’an keessaa, Qeerroowwan 72 konkolaataan isaaniin garagalfamuun, miidhaa qaamaa hamaaf saaxilaman | Gujii Lixaa keessatti manneen Oromoota danuu ibidda RIX’n gubaman | Magaalaa Leeqaa Naqamtee keessatti, hidhaafi dararaan Loltoota MKIX’n Oromoota’rratti raawwatamu akkaan hammaatee jiraachuu




Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.