By | April 28, 2019


RSWO | Miseensonni WBO Xoollayitti Summeeffamanii turan Ammas Gara Mana Yaalaatti Deebi’aa Jiraachuu

RSWO – Eebila 28, 2019:

  • Miseensonni WBO Xoollayitti Summiin Hubamuun Hospitaalota Adda addaatti Yaalamaa Turan, Dirqamaan Gara Mooraa Leenjii Waraanaa’tti Erga Deebifamanii Booda, Yeroo Ammaatti Dhibeen Itti Hammaachuun, Gara Mana Yaalaa’tti Deebifamaa Jiraachuu
  • WBO’n Lixa Oromiyaa, Godina Qeellem Wallaggaa, Ona Garjeedaa Keessatti, RIX irratti Tarkaanfii Fudhachuu



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.