By | June 6, 2018


SBO Waxabajjii 06,2018. Oduu fi Gabaasa Konfirensii Marii Imaammatootaa Giddu Gala Waajjira H.D ABOtti deemsisame irratti qindaa’e


Oduu Tarkaanfii WBO
[SQ, Waxabajji 6,2018] Gaachanaaf irreen uummata Oromoo WBO tarkaanfii Lixa Oromiyaa Gimbiitti taasiseen agaazii 6 galaafate.

Odeessi keenya gamasii akka gabaasetti, guyyaa kaleessaa lola Lixa Oromiyaa Gimbii gaara abbaa seenaatti taasifameen Waraanni Bilisummaa Oromoo diinarraa Agaazii 6 galaafatuu maddi Qeerroo Gimbii irraa gabaase.

Akkasuma kanneen hafan ammoo bakkicha lakkisanii akka baqatan odeessi dabalee addeesse

WBO’n Oromiyaa guutummaa keessatti tarkaanfii fudhatuun kabajaa uummata Oromootti horuuf tattaaffii isaa cimsee kan itti fufee jiru ta’uun ni beekama.



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.