By | April 26, 2018


Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 26, 2018

“Maakalaawwin cufameera (Samsameera)” jedhamaa kan ture soba ta’uu saaxilamee jira.
[SQ, Ebla 26,2018] waa’ee mana hidhaa Maakalaawwi Qeerroon akka nuu gabaasetti “Ololli diinotaa fi harcaatuu farreen qabsoo Oromoo manni hidhaa wayyaanee fi sirna dargii duraanii MAA’IKELAAWWIIN” cufameera jechuun olola karaa miidiyaalee qabaniin fuuldura mana hidhaa kana irra waraqaa cufameera jedhu maxxansuun waan cufan fakkeessuun isaanii ni hubatama!

Akka odeessi maa’ikelaawwii argame agarsiisutti manni hidhichaa guyyaa har’aa kanachuu waraqaa saamsame jedhu irraa kaasuun tajaajila banaa ta’uun kennaa akka jiru beekameera
Ololli itti fakkeessitootaa kanneen qabsoo Oromootti danqaa uummuuf wawwaataniis ejjennoon EHIADEG afaan faajjessa ta’uu ni hubachiisa!” Jechuun Sagalee Qeerroo Bilisummaaf Oromoof gabaase”




One thought on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 26, 2018

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.