By | October 23, 2019


Sagalee Qeerroo: Onkololeesa 21, 2019 Hiriira Godina Hararge bahaa aanaalee keessatt ta’e

SQ, onkolo.21/2019 Godina hararge bahaa aanaalee akka Kaarraamillee fi Qobbootti ummatni hiriira bahuun hidhaa fi ajjeechaan haa dhaabbatu jechuun mormii dhageesifatan, magaalaa Dirree Dhawaatti ummatni magaalitti hiriira bahuun garee satenaw jedhamuun kan ummatarraan miidhaa qaqqabsiisaa jiru balaaleffate, G/Q/W magaalaa Danbii Doollootti kitaabni qarree Daraartuu Dassaalenyiin barraa’ee eebbisamuuf osoo jedhuu waltajjiin nhumna waraanaa magaalaa sana buufateen ummatni reebamuun akka of irra deebi’u gochuun akka hin gaggeeffamne godhameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.