By | March 3, 2019


SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitooteessa 3, 2019

SBO Bitootessa 03, 2019. Oduu fi Gaaffii fi deebii Hayyuu Oromoo Obbo Lubee Birruu Lubee waliin goone kutaa 5ffaa.



Maqaa ABOtiin nama hidhuun jabaatee itti fufeera.

Godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee magaalaa Aliboo keessatti OPDOn “isin ABO deeggartu” jechuun namoota nagaa sadii hiiteetti. Namoonni hidhaman sadan:

1. Obbo Abbabee Xiyyee (namni kun qaama miidhamaadha)
2. Filee Bayyanaa fi
3 Tuulii Nagaasaa jedhamu.

Aanaa Jaardagaa Jaartee kana keessatti tibbuma kana waraanni mootummaa miidhaa ulfaataa uummatarraan ga’aa akka turan dhaga’aa turre.

One thought on “SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitooteessa 3, 2019

  1. anuma isuma

    OPDOn meeshaa garboonfattuuti malee kaayyoo dhuma iyyuu warra qabdu miti. OPDOn yeroo Wayyaaneen Biyya Oromoo keessa jechuun golee Oromiyaa hin beeknne sanatti Wayyaanota biyya Oromoo keessa barsiisuu fi wayyaanota afaan Oromoo hin beeknneef hiiktuu ta’uu dhaaf warra Diinaaf ijaaramanii dha malee warra rakkina Oromoof Warra dhimamanii manaa ba’an miti. Oromoon kana jalamuree hubachuun gaarii dha.

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.