By | March 27, 2019


SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 27, 2019

SBO Bitootessa 27,2019. Oduu, Godina Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa Onoota garagaraa keessatti waraanni mootummaa EPRDF kemikaala summa’aa ummata keessatti darbachuun miidhaa guddaa geessisaa jira jedhu jiraattotni. Kana irratti nama haasofsiisne caqasaa






Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.