By | July 7, 2019


Shiftaa #Gooticha_Tolcha_Wagi_Irraa.
★★★★★★★★

Sirna fi haccucaa bulchiinsa empayeera Itoophiyaa jalaa, of baasuuf kanneen Qawwee qabatan
falmaa turan hundi isaanii ፣ hoggantootafi deeggartoota isaanii biratti ” Shiftaa ” jedhaame kan maqaan itti hin moggaafamiin hin jiru.

Agaarii Tulluu
^^^^^^^^^^^^^^^
Miseensa WMT kan ture, Agaarii Tulluu raayyaa waraana mootchaa keessaa, Qawwee fudhaatee mirga
Oromoof falmaa yeroo ture, amma harka isaanii bu’ee obboolaa isaa lamaan, Jimaa Tulluu fi Irkoo Tulluu waliin fannifaame ajjefaamuutti maqaadhuma ” Shiftaa ” jedhamu kanaan wamaa turan.

Qabsoo Baalee
^^^^^^^^^^^^^^^^^
Bara Qabsa’ooni Baalee Sirna Nafixaannyaa of irraa darbuuf lolaa turaan maqaan kennaameef,maqaa
biraa hin turre. ” የባሌ ሽፍቶች ” jechaa turan.

Hasan Amee
^^^^^^^^^^^^^^
Finciilli Oromoota Walloo፣ naannoo Dawweetti hogganummaa Hasan Ameetiin gaggefaame, mootchatti
yaaddoo waan itti ta’eef akkuma amaala isaanii, jaarsummaa Hajii Dullaattiitiin ፣ harka kennisisaanii Wadaaroodhan ፣amma fannifamaanii ajjefamaanitti maqaadhuma ” Shiftaa ” jedhu kanaan wamaa turan.

General Taddasaa Birruu
Koloneel Hailuu Raggasaa
Daj. Kabbadaa Buzunaash
Mejer.Abbabaa G/Marian
Obbo Takilluu Tasammaa

Qabsa’ooni maqaan isaanii armaan ol jiran kun hundi isaanii, mirga fi abbaa biyyummaa ummata oromoo
dhugoomsuuf bosona Meetta Roobiitti yeroo bahan maqaan kennameef maqaadhuma ” Shiftaa” jedhamu kana ture.

OPDO
^^^^^^
OPDO fi dabbalooni isaanii kanneen isaan dura ፣ aangoo irra turan jechaa turan ፣ irraa deebi’aanii jechuun salphiina yoo ta’e malee kabajaa isaanitti hin horu.

Hawwii Ithoophiyaa ijaaruuf jecha Qabsa’oota sabaatiin “Shiftaa ” jechuun doofummaa dha.

One thought on “Shiftaa – Tolcha Wagi irraa

  1. Olana Abbalichie

    “Shiftaa”? Here we go again!

    I grew up hearing the names of General Tadesse Biru, Dejasmach Kebede Bizunesh, Colonel Hailu Regassa and Obbo Teklu Tesemma, in family circle, some of them being relatives to my parents. Labeling capable and politically conscious Oromo nationalists as “shftaa”, and victimizing them has been one of the low level political strategies with effective outcomes for the savage pseudo-Ethiopians at the helm of government.

    Take note here; those who wrap themselves in green, yellow, red flag and sing, ” Ethiopia “, day and night have never been genuine Ethiopians with inclusive agendas. Their motives has been and remains keeping the Ethiopia that mothers them on the shoulders of other ethnic Ethiopians. For instance, what is Eskinder Nega’s agenda for the Sidama, Somali, Affair, Hadiya, Tigrawi, Walayita, etc.? The son of Ghion never shies away from reintroducing the shameless subjugation of ethnic Ethiopians if the hatemonger lunatic fringes succeed in their deceptive politics.

    The hope is that Oromo politicians, particularly qeerroo and qarree, have achieved the enlightenment expected of every individual Oromo so as to take Oromo struggle for justice and freedom to the next stage. Whether one belongs to OPDO/ODP or other Oromo political parties, “doofummaa” must be thing of the past among the great Oromo people. Unite around Oromo causes; organize yourselves; promote capable leaders from among yourselves and march towards your inalienable freedom. Above all, beaware of enemy deceptions and toxic divisive strategies and tactics they utilize to weaken the Oromo and maintain the status quo. Your unity has been cemented by the blood of our heroes heroines who paid with their lives. Do not trade your sacred cause for bread, as Oromo cause is more precious than filling our own stomach.

    Remember: “In politics, being deceived is no excuse”!
    OA

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.