By | May 11, 2019


SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 10, 2019

ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 10, 2019 Waraanni Mootummaa Godina Qellem Wallaggaa ona Gaawoo Qebbee ganda Jiddaa Ijoo keessatti daldalaa tokko ajjeesuun maallaqa isaa saaman | Liyyuu Ayiliin daangaa Oromiyaa Karrayyuu irraa guyyaa har’aa Caamsaa 10, 2019 lola banuun lolli gaggeeffamaa ooleera. | Godina Salaalee keessatti sabboontota hidhuun, sabboontota maallaqaan sossobuun aangaa’ota OPDO tiin gaggeeffamaa jira | Kibba Oromiyaa Godina Gujii keessatti hojjettoonni mootummaa hojiirraa ari’atamaa jiru. | Guyyaa har’aa Caamsaa 10, 2019 Mattuu Yuunibarsiitii keessatti barattoota fi barsiisotni moorichaa hiriira nagaa bahuun yakkoota Oromiyaa keessatti raawwataa jiran balaaleffatan.



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.