By | May 22, 2019


SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 22, 2019

Qeerroo : CAAMSAA 22 2019 Kibba Oromiyaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Gooroo Doolaa magaalaa Gooroo Daraaraatti waraanni mootummaa namoota nagaa 7 ajjeese. | Weerarri daangaa Oromiyaa Boosatiifi Fantaalleerraan itti fufe. | Kolonel Gammachuu Ayyaanaa irratti manni murtii beellama torban tokkoof turu qabe. | Lixa Oromiyaa keessatti dararaa waraanni mootummaa uummatarraan ga’u ammas jabaatee itti fufe. ONN LIVE Youtube https://youtu.be/RALwuawVjn8



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.