By | June 2, 2019


Support pouring in for WBO

Waxabajjii 1/2019

#INJIFANNOO!!

KOTTUU GUURADHU XOBBEEN ODP!!

G/Q/Wallaggaa ona Haawwaa Galaan bakka addaa Waachoo jedhamu
“=========================================

Irree fi gaachana uummata oromoo kan ta’e WBO’n diina maqaa sakkattaa WBO’n uummata keenya nagaa dhorkuun olii gadi yaatu irratti adabbii laalessaa irraan gaheera.
Godina Qellem Wallaggaa aanaa Haawwaa Galaan bakka addaa WAACHOO jedhamutti utuu isheen magaalaa gabaa Roobii irraa gara Machaaraatti konkolaataa Oraalii lamaan(2)’n imalaa jirtuu tarkaanfii irratti fudhachuun du’aa fi madoon adabeera.Baayina loltoota du’anii fi madaa’aniif booda walitti deebina.















Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.