By | January 5, 2020


TPLF Paartii Bdhaadhinaatti akka hin makamne beeksiste

(BBC Afaan Oromoo) — Addi Bilisa Baasaa Ummta Tigiraay (TPLF) Paartii Badhaadhiinaa waliin akka walitti hinmakamne kora atattamaa guyyoota lamaaf taa’aa ture beeksisuun xumureera.

TPLF kora isaa Maqaleetti guyyoota lamaaf gaggeeffate har’a xumurerratti ibsa baaseen, sababii garaa garummaa kaayyoofi daandii Paartii Badhaadhiinaa walii qabuutiif jecha paarticha waliin walitti akka hin baqne beeksise.

Kana malees, kanaan booda walitti dhufeenyi dhaabni TPLF kun mootummaa Federaalaa waliin qabaatu haaluma bu’uura Heera mootummaa biyyattiin akka ta’us yaada murtee yaa’icaatiin kaa’eera.

Dhaabbichi xumura yaa’ii ummataa kan attatamaa kanaan ibsa ejjennoo qabxiilee saddeetti of keessaa qabu baasuun sa’aa booda xumurameera jechuun EBCn gabaaseera.

ህዝባዊ ወያኔ ሓርነት ትግራይ /ህወሃት/ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር እንደማይዋሃድ አስታወቀ። ድርጅቱ ለሁለት ቀናት ያካሔደውን ጉባኤ ዛሬ ሲያጠናቅቅ ባወጣው የአቋም መግለጫ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር የዓላማና የመስመር ልዩነት ስላለው እንደማይዋሃድ አስታውቋል።

ከፌዴራል መንግስት ጋር የሚኖረው ግንኙነትም ህግና ህገ-መንግስትን መሰረት ያደረገ እንደሚሆን ያመለከተው መግለጫው ከዚህ ውጭ የሚኖር እንቅስቃሴ ተቀባይነት እንደማይኖረው አመልክቷል።

ኢህአደግን የመሰረቱ የአራቱ ድርጅቶችን የጋራ ሀብት ህግና ስርአት በተከተለ መንገድ ድርሻውን እንደሚያስመልስም በአቋም መግለጫው አስታውቋል።

የኢህአዴግን መፍረስ ተከትሎ ህወሓት ከሌሎች ፈዴራላዊ ሀይሎች ጋር በፎረም፣ በጥምረትና በግንባር ደረጃ ስትራተጂካዊ ግንኙነት ለመመስረት መወሰኑንም ገልጿል።

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.