By | January 21, 2020


Walisoo irratti haasawa Jajjabaa HD ABO J/Daawud Ibsaa taasise dhaggeeffadhaa

Sagalee Qeerroo: Magaalaa Harariitti Hokkorri guyyaa 3ffaaf itti fufe. Amajjii 21/2020


Ilmaan Nafxanyaa garee satenawun hogganamu kan gaafa Amajji 19/2020 gurmaa’anii amantii dahoo godhachuun ilmaan Oromoo irratti reebichaa fi waraansa eegalan har’a guyyaa sadaffaa isaa qabatee jira.

Yeroo ammaa kanas qabeenyaa ummataa jalaa gubuu manneen namaa caccabsaa akka jiran maddeen magaalaa sanaa ni mirkaneessu.



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.