By | March 18, 2018


Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Dhihaa Haleellaa Isaa Gad Jabeesse

[SQ, bitootessa 18,2018] Gaachanni uummata Oromoo WBO’n tarkaanfii diinarratti fudhatu gadjabeesse jiraachuu Qeerroon onicharraa nuu gabaasan. Akka gabaasaa keenyaatti “guyyaa har’aa jechuun Bitootessa 18, 2018 ganama har’aa WBO agaazii oraalii 2 Gidaamiifi Begii gidduu bakka Laaloo jedhamutti barbadeesse. Waraanni agaazii lakkoofsaan hanga ammaa addaan bahamee lakkoofsaan hanga ammaa baruu baatus, waraanni konkolaataarra turte tokkoyyuu kan hinbaane ta’uuf konkolaataa oraaliin tokko gubatee dhumuuf tokkoommoo hojiin ala ta’ee dhaabbateera” jechuun sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof gabaasan

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.