By | March 21, 2019


Weerara hidhattootni Argabboo fi Amaaraa walta’uudhaan Shawaa Bahaa Onoota Boosatii fi Fantaallee





G/SHAWAA LIXAA AANAA CALIYYAA

#Guyyaa har’aa!!
.”Sobaaf sossobaan biyya hin bulchan” Godina lixa shaggar Aanaa Calliyaa,magaala Geedoo!

Hara’a
1, OPDOn ummata keenya bakka hinbuutu
2, Finfinneen kan keenya
3, Shirrii WBO irratti xaxamuu haa dhaabatuu
4. Laftii keenya Lafee keenya fi kkf

Via Bilisumma Sabaf



Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.