By | May 21, 2019


Workneh Bedane Dechasa (21 January 1960 – 13 May 2019)

Workneh

It is with deep sorrow that we announce the passing away of our friend Workneh Dechasa. Workneh was a highly respected person whose friendship is missed by all who knew him. His contribution to our community in the UK has been unsurpassed.

Workneh passed away after a long illness on 13 May 2019 and a prayer will be held on 30 May 2019 at St Peter the Apostle Church, Bounces Road, London, N9 8JJ at 2:30 – 4:00pm. Workne’s body will be repatriated to Ethiopia on 31 May 2019 for a funeral in Oromia, Ambo, Guder.


Warqinaa Badhanee Dachaasaa (Amajjii 21, 1960 – Caamsaa 13, 2019)

Obbo Warqinaa Badhanee Dachaasa guyyaa Caamsaa 13, 2019 dhukkuba yeroo baayeee booda boqochuu saanii gadda jabaan ibsina. Obbo Warqinaan nama kabajamaa fi iriyaa guddaa yadatamani. Qoodni sochii Oromoo fi hawaasa UK-f gumeessan yoomiyuu ni yaadatama.

Gaggeessaa fi kadhannaan guyaa Caamsaa 30, 2019 ganama yeroo 2:30 amma 4.00 (St. Peter the Apostle Church, Bounces Road, London, N9 8JJ) keessatti kabajama. Aduu Caamsaa 31, 2019 karaa biyyaa ergamee bakka dhaloota saanii Oromiya, Amboo, Gudaritti awwaalchi saanii xumurama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.