Matakkal
Afaan Oromoo

Ibsa Ejjennoo Qeerroo Matakkal Asoosaa irraa

Ibsa Ejjennoo Qeerroo Matakkal Asoosaa irraa Bitootessa 30, 2018 Uummanni Oromoo naannoo Beenishaangul Gumus bakkoota Matakkal, Wambaraa, Gaalessaa fi Asoosaa jiraatu Waggoota Dheeraaf saboota biro naannichaa wajjin wal dandauun, wal kabajuun akkasumas Aadaafi Duudhaa Uummata [Read more]