Monthly Archives: May 2018

Ethiopia: Police unit unlawfully killing people must be stopped

Ethiopia: Police unit unlawfully killing people must be stopped May 31, 2018 (Amnesty International) — The Ethiopian government must immediately withdraw and disband the Liyu police unit of the Somali regional state, whose members are unlawfully killing people in neighbouring… Read More »

The TPLF Security Agents murdered the wife, three days after gunning down the husband for interviewing on VOA

The TPLF Security Agents murdered the wife, three days after gunning down the husband for interviewing on VOA May 30, 2018 It is heartbreaking news to hear that an innocent wife, Chaltu  Yaya, of Ahmed Jibril was assassinated by TPLF… Read More »

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 30 May 2018 and Where is Nadhii Gammadaa?

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 30 May 2018 Kun tamsaasa RSO Wiixata, Roobii fi Sambata karaa dambalii gabaabaa meetrebandii 16 ykn kiiloherzii 17850 Oromiyaatti darbuu dha. ========================================= Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts to Oromia on Mondays, Wednesdays and Saturdays at… Read More »

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 30, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 30, 2018 SBO: Caamsaa 30 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Adda Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

GABRI BILISA OF SEEHU DALLACHA QILEE QARREE DHEEDU!

Qixxeessaa Lammii | Caamsaa 29, 2018 Guddinni dhala namaa bara baraan duratti hiiqa malee duubatti hin hiiqu. Guyyaa dhalate irraa kaasee umrii, qaamaa fi sammuun dabalaa deema. Ijaan haadha, abbaa, obboleeyyanii fira adda baafachaa deeme. Gaafa guddatee sadarkaa of beeku bira… Read More »

ONN: Naannoo Finfinnee, Gafarsatti, Poolisii Federaalaa tu Mana Diiga

ONN: Naannoo Finfinnee, Gafarsatti, Poolisii Federaalaa tu Mana Diiga. Caamsaa 29, 2018.  Godina Addaa Naannawa Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Burraayyuu ganda Gafarsaa keessatti reebichaafi saaminsi poolisoota Feederaalatiin gaggeeffamu cimee itti fufee jira. Mootummaan Wayyaanee ummata rakkoo manaatiif mana sharaan… Read More »

Dhugaanis, karaanis, anuma jechaa sirna dimokraasii fiduun hin danda’amu

Dhugaanis, karaanis, anuma jechaa sirna dimokraasii fiduun hin danda’amu (Ijoo dubbii Adda Bilisummaa Oromoo – Caamsaa 29, 2018) (SBO/VOL – Caamsaa 29, 2018) Itti Aanaa Dura taa’aa Dhaabbata Dimokraasummaa Ummata Oromoo fi Pirezidantii mootummmaa naannoo Oromiyaa kan tahan obbo Lammaa… Read More »

Ethiopia’s Mamitu Daska wins record sixth Bolder Boulder

Ethiopia’s Mamitu Daska wins record sixth Bolder Boulder Fellow Ethiopian Getaneh Tamire takes men’s race By Brian Howell and Pat Rooney, May 29, 2018 BOULDER, Colorado, (Time-Call) — Going into Monday, Aliphine Tuliamuk was a Bolder Boulder rookie, but she… Read More »

Abbaa Warraa Koo Warri Itti Dhukaasan Afaan Na Cuqqaallaan Namni Akka Birmatuuf Hiyyachuu Hin Dandeenye: Haadha Warraa Obbo Ahmed Jibril

Abbaa Warraa Koo Warri Itti Dhukaasan Afaan Na Cuqqaallaan Namni Akka Birmatuuf Hiyyachuu Hin Dandeenye: Haadha Warraa Obbo Ahmed Jibril  WASHINGTON, DC, Caamsaa 28, 2018 (VOA Afaan Oromoo) — Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa galaan magaalaa gabaa roobii ganda 21… Read More »

Sidama Globally Marks the 16th Anniversary of Looqqe Massacre Whilst Commemorating All Victims of the Last 27 Years in Ethiopia

Sidama Globally Marks the 16th Anniversary of Looqqe Massacre Whilst Commemorating All Victims of the Last 27 Years in Ethiopia. By Denboba Natie, May 28, 2018 The Sidama nation globally marks the 16th Commemorative Anniversary of Sidama Looqqe massacre of… Read More »