IBSA QEERROO WALLOO; Bahaardaar keessatti manneen gubatan; hokkara kotobe
IBSA QEERROO WALLOO; Bahaardaar keessatti manneen gubatan; hokkara kotobe #Bahaardaar Naannoo Amaaraa magaalaa Bahaardaar keessatti manneen daldalaa dhalattoota #Guraagee tahan 20 ol tahanii fi hoteelonni 3 ibiddaan gubachaa jiru. Hardha guyyaa #DrBirhaanuuNaggaa Xiqqeessanii ofirraa ari’an. Gareen maqaa Amaaran of ijaaree socho’aa jiru #ABN sabni biraa jiraachuu… Read More »