Daily Archives: November 19, 2019

Qabsoon Keenya Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatiin Golobamuu Qaba!

Kutaa 4ffaa  | Sadaasa 19, 2019 Ayyaanaa Goobanaa fi Caalaa Hayiluu. Akeeki fi muldhanni keenya biyya Walaboomtee fi ummata bilisoome qabaachuu dha. Dhugaa Oromoon qabuu fi afaan-faajjii adeemaa jiru. Akka nama dhuunfaa tokkoottis tahee hawaasaa bal’aatti sabni Oromoo sirna gabrummaa… Read More »