Monthly Archives: January 2020

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf ! Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin dhimma Oromoo irratti mariihanna

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf ! Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin dhimma Oromoo irratti mariihanna Waamicha Marii Hawaasa Oromoo biyyoota gidduu gala Awurooppaa keessaa jiraataan hundaaf ! Hayyu Duree ABO Jaal Daawud… Read More »

Taayee Dendea arraas OMN irratti bahee salphate G/ Guyo Wario arraas dhukkee irraa kaase

Taayee Dendea arraas OMN irratti bahee salphate G/ Guyo Wario arraas dhukkee irraa kaase Taayee Dendea arraas OMN irratti bahee salphate  G/ Guyo Wario arraas dhukkee irraa kaase  video kun namoota hedduu bira akka gahuuf like, share godhaa waliif daddabarsaa… Read More »

Warraaqsa Dirmannaa Oromoon Afran-Qalloo Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaaf Taasisan | RSWO

Warraaqsa Dirmannaa Oromoon Afran-Qalloo Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaaf Taasisan | RSWO Oromoon Afran-Qalloo, dirmannaa Oromoota Maccaa, Gujiifi Booranaaf taasisuun, warraaqsa eegalan itti fufanii jiraachuu | Duguuggaan sanyii RIX’n Oromoo Maccaa irratti raawwatamu daran jabaatee itti fufuun, guyyaa har’aa (30/01/2020) qofa,… Read More »

Guyyaa har’aa kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti namoota nagaan 21 Waraana ajjeessan

Guyyaa har’aa (Amajjii 30, 2020) kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti namoota nagaan 21 Waraani Itoophiyaa ajjeesse Lixa Oromiyaa #Gidaamiif Dirmadhaa! Guyyaa har’aa kana Lixa Oromiyaa, Gidaamiitti waraanni Habashootaa Kolonel Abiy Ahmed’ saba daguuguuf gadi erge uummata maasii qonnaa keessa hojii bultoosaa hojjetatu… Read More »

Abiy Ahmed: Nobel Peace Laureate Who Faces Unrest at Home

Abiy Ahmed: Nobel Peace Laureate Who Faces Unrest at Home  By Nizar K. Visram, January 29, 2020 (Socialist Project) — When the 2019 Nobel Peace Prize laureate, Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed, was in Oslo for the award ceremony, eyebrows were… Read More »

Dhimma: Afeerraa waltajjii Marii Waldaa Amantaalee Oromo jiddu (Oromo Inter-Faith Public Meeting)

Dhimma: Afeerraa Waltajjii Marii Waldaa Amantaalee Oromoo jiddu (Oromo Inter-Faith Public Meeting) Akkuma armaan oliti ibsuuf yaallameti waldaa amantaalee Oromoo adda addaa naannoo DMV jiran waltaji marii “Tokkummaa amantaale Oromoo jiddu jiraachuu malu cimsuu” kan jedhuun guyyaa 01/30/2020 fi qophaayee… Read More »

U.S. Assistant Secretary concludes visit to Ethiopia

U.S. Assistant Secretary concludes visit to Ethiopia (newbusinessethiopia)—-U.S. Assistant Secretary for African Affairs Tibor Nagy has concluded his visit to Ethiopia, said the U.S Embassy in Addis Ababa. His visit involved the inauguration of the Mekelle American Corner (MAC), a modern… Read More »

KMN: LAGANNAA GABAA GUYYAA SADIIF TURU OBSA DHEERAA BOODA WAAMMAME

KMN: LAGANNAA GABAA GUYYAA SADIIF TURU OBSA DHEERAA BOODA WAAMMAME QOPHII CALAQQII Hayyoottaa! KMN:- Amajjii 28/2020 Oftayi Hojadhu Dr Abiyi New 2020 Oromo Music By Abse Rapp Abule

Ongoing genocide on Oromo people; Qacceefixisa ummata Oromoo irratt gaggeeffamaa jiru

Ongoing genocide on Oromo people; Qacceefixisa ummata Oromoo irratt gaggeeffamaa jiru By Ibsaa Guutama, January 28, 2020 We those born later, grew hearing that fascist “soldati” and baandaa (collaborators) were in control of Dambii Dolloo and surrounding. We also heard… Read More »

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020