Daily Archives: February 16, 2020

Magaalaa Jimmaatti Waajjira ABO/OLF banamu wajjiin walqabate Qeerroo Jimmaa Hiriira Diddaa Abiy Ahmed, Bilxiginnaa gaggeessaniiru!!

Magaalaa Jimmaatti Waajjira ABO/OLF banamu wajjiin walqabate Qeerroo Jimmaa Hiriira Diddaa Abiy Ahmed, Bilxiginnaa gaggeessaniiru!! Dhaadannoo Hiriiricha; Abiy Goojjaamitti Dhalate Jimmatti guddate Jimmaa bakka hin bu’u, Maallaqa Bilxiginnaa Jimmaatti Miliyoonaan ergaa jirtu Ni nyaanna yeroo Filannoo geesse ABO, KFO, PBO,… Read More »

WBO Maqaa ‘Araaraan’ Diiguuf Yaaluun Abjuu Dha!

WBO Maqaa ‘Araaraan’ Diiguuf Yaaluun Abjuu Dha! Ibsa Ajajaa Olaanaa ABO/WBO,  Gurraandhalaa 16 2020 (Qondaalaa) — Araarri Oromoo biratti kabajaa guddaa waan qabuuf, Oromoon ‘araarri kan waaqaati’ jedha. Araarri waan nagaa fiduuf nama biratti jaalatamaa dha. Haa ta’uutii, Oromoon maqaa… Read More »

Qeerroo Harargee Ciroo Gara Galgalaa, Gurraandhala 16, 2020

Qeerroo Harargee Ciroo Gara Galgalaa, Gurraandhala 16, 2020 Qeerroon Harargee deeggarsa Paartii mootummaa faashistiif shororkeessaa mirga namoomaa Bilginnaan maallaqa dhangalaaftee waammatte gara hiriira mormiitti jijjiirte. Ganama Qulqullina Magaalaa jettee Suuraa muraasa kaafatte, hawaasni Down Down Abiyyi, Down Down Bilxiginnaa jechuun… Read More »

Waamicha miseensota Poolisii Oromiyaa hundaaf

Waamicha miseensota Poolisii Oromiyaa hundaaf ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ #QEERROO_OROMOO_IRRAA #Share_godhaa_biraangahaa POOLISIIN EEGDUU UUMMATAATI MALEE KAN PAARTII MITI Qabsoo Qeerron Oromoo diina dura dhaabbattee gaggeessaa turte keessatti erga Obbo Lammaa Magarsaa gara aangootti dhufee poolisiin Oromiyaa Qeerroo fi ilmaan Oromoo irratti dhukaasuu fi… Read More »

Magaalaa Buraayyuutti aartistoota Oromoo maaltu mudate?

Magaalaa Buraayyuutti aartistoota Oromoo maaltu mudate? Guyyaa kaleessaa jechuun Sanbata gaafa 15.02. 2020 gareen aartistootaa Oromoo eebba hoteelaa irratti hirmaachuuf gara magaalaa Buraayyuu imalan humnoota nageenyaatiin reebamuu BBC’tti himan. Namoota reebaman keessaa tokko kan taatee fi yeroo ammaa Hospitaala Hayat… Read More »

Sirni Leexummaa Yaad-Rimee Qabatama Hin Qabne Kan Jiruu Fi Jireenya Ilma Namaa Irraa Adda Ta`Eedha!

Sirni Leexummaa Yaad-Rimee Qabatama Hin Qabne Kan Jiruu Fi Jireenya Ilma Namaa Irraa Adda Ta`Eedha! Yooseef Mulugeetaa Baabbaa (Ph.D), Guraandhala 16, 2020 Afaan Oromootti kan hiike Qaasim Amaanooti. Kutaa-2ffaa Hedduminni seera uumaa waan ta`eef, biyyi hedduminna hin keessummeessine itti fufuu… Read More »

OBBOO LAMMAA MAGARSAA: THE MESSIAH THAT MAY NOT SHOW UP

OBBOO LAMMAA MAGARSAA: THE MESSIAH THAT MAY NOT SHOW UP By Guddisaa Muleta (PhD), February 16, 2020 OPDO: The irredeemable Criminal Gang The egregious crimes committed by OPDO against our people for over a quarter of a century cuts deep… Read More »

Waamicha hawaasota Oromoo biyya Swiidiin jirtan hundaaf

Waamicha hawaasota Oromoo biyya Swiidiin jirtan hundaaf Nagaan Waaqaa lafaa haa dursu Ilmaan Oromoo guutummaa biyya Sweden keessa jirtan hundaaf. Akkuma beekamu uummatni Oromoo baroota hedduuf cunqursaaf gidiraa akkasumas ajjeechaa fi hidhaa saamicha qabeenyaa jaarraa tokkoo olii mormaaf falmaa keessumattuu… Read More »

THE SLOW-MOTION GENOCIDE WE CAN STOP IN OROMIA

THE SLOW-MOTION GENOCIDE WE CAN STOP IN OROMIA By Worku Burayu (Ph.D.), February 16, 2020 Summary: My vital message today is: Let the United Nations, AU, EU, USA, UK, World’s  Government, Humanitarian Institutions, Politicians, Lawyers, International Monetary Fund (IMF), World… Read More »