garmaamu Haacaaluu
Afaan Oromoo

“Biyya tuffatan Harreen keessa garmaamu”

“Biyya tuffatan Harreen keessa garmaamu” “Biyya tuffatan Harreen keessa garmaamu” jedha Oromoon. Hanga Oromoo tuffatan qaroo isaa keessaa dhabamsiisan. Yaalin ajjeechaa hardhaa miti HaaCaaluu irratti kan eegalte. Tan hardhaa yaalii yeroo dheeraa booda mata hidha [Read more]