Iyyii Iyya Labsi
Afaan Oromoo

Iyyii Iyya Labsi

Iyyii Iyya Labsi Damee Boruu:10/20/2016 Waraanni Wayyanee guyyaa hundaa Oromoota sammuu qaban adamsee ukkaamsuu, ajjeessuu fi mana hidhaati dararuu irraa darbee Uummata Oromoo nagaa dhowwachuudhaan akka goolaa jiru gabaasaa Qeerroo irraa hubachaa jirra. Keessattuu hammeenyi [Read more]

Ibsa tarkaanfii WBO
Afaan Oromoo

Ibsa tarkaanfii WBO Zoonii kibbaa

Ibsa tarkaanfii WBO Sadaasa 26 /2020 Zoonii kibbaa AWO ABO/WBO. Sadaasa 27, 2020 Gootichi waraana bilisummaa oromoo WBOn zoonii kibbaa godiina Gujii bahaa keessatti tarkaanfii diina irratti fudhateen walumaa galaatti diina irraa nama( 88)ol ajjeesuun [Read more]