maqaa waaqaa
Afaan Oromoo

MAQAA WAAQATIIN KAKANNA

MAQAA WAAQATIIN KAKANNA Taammanaa Bitimaa irraa, Guraandhala 9, 2021 AA, Aa bakka kee anaa waraanu-kaa Yaa Oromiyaa koo Yaa lubbuu, harmee too Ammas bakka kee anaa waraanu-kaa! Dachee aannan galaanu Biyya qeerroon caraanu Bulguu gaaraa gayyaa’e waraanu Bilisummaa, [Read more]