Fikadu Tessema Agartuu Qeerroo
Afaan Oromoo

Agartuu Qeerroo (Maraatummaa siyaasaa)

Agartuu Qeerroo (Maraatummaa siyaasaa) Qalbeessaa Dhangi’aatiin, Bitootessa 1, 2021 Seensa 1.  Gaafa safuuf maal naan jedhinnuu of keessaa ajjeesu maraatuu jedhama namni. Namni maraate safuu alanfatee nyaata. Safuu irra ejjetee, safuu tatarsaasee dhabamsiisa. Safuu erga [Read more]