በ Tesfaye Gebreab የተፃፈ!!  ኦሮሞ ወዳጅ የለውም!!

blank

ዛሬ ሰንበት March 1 2020 የOLF አመራር አባላትን የመታሰር ዜና ሰምቼ አዝኜ ዋልኩ። ይህ ድርጊት የኢትዮጵያ መንግስት በOLF ጉዳይ ስጋት እና ፍርሃት ውስጥ እንደገባ ጠቁሞኛል። ሌላ ምንም ትርጉም ሊሰጠኝ አልቻለም።

አብዲ ረጋሳ፣ ሚካኤል ቦረን፣ ዶክተር ሽጉጥ ገለታ እና ከኒሳ አያናን በአካል አውቃቸዋለሁ። ምርጥ ጉዋደኞቼም ናቸው። የኦሮሞ ህዝብ የወለዳቸው ጀግና ታጋዮች መሆናቸውንም አውቃለሁ። ማለትም ሙሉ ህይወታቸውን ለኦሮሞ ህዝብ የሰዉ ናቸው።

ለአብነት ሚካኤል ቦረን ወያኔ ስልጣን ላይ እያለ ከኤርትራ እየተወረወረ – ኦሮሚያ ገብቶ ተልእኮ የሚፈጽም “እብድ ጀግና” እንደነበር አውቃለሁ።

“ሚካኤልን እጁን ይዘው ወደ እስር ቤት ወሰዱት” የሚል ዜና ስሰማ ተደብቄ ማቀርቀሬን አልደብቅም። ሚካኤል ማንም እጁን ይዞ እስር ቤት የሚልከው ታጋይ አልነበረም።

የከኒሳ አያና ታሪክ የተለየ ነው። ሙሉ መጽሃፍ ይወጣዋል። የዲ እና ዶክተር ሽጉጥ ህይወታቸው የኦሮሞ ህዝብ ክብር ሆኖ ኖሮአል። የሚያውቅ ያውቀዋል።

እንዲህ ያሉ ታጋዮች እንደ በግ እየተጎተቱ ሲታሰሩ የኦሮሞ ህዝብ እንደ ሽኮኮ ጸሎት ዝምታውን እና ትካዜውን ከቀጠለ የመደፈር ዳርቻውን ያጣል። የኦሮሞ ህዝብ ቢተባበር ምንም ነገር ማድረግ እየቻለ ልቡ ተከፋፍሎ ማየትን የመሰለ አሰቃቂ ነገር የለም።

አዲሱ አረጋ (ነፍጠኛን ለማስደሰት) አምቦ ላይ እኔን ሲሰድብ የኦሮሞ ህዝብ ኦሮሚያን ያንቀጠቀጠ አስደንጋጭ ምላሽ እንደሰጠው ይታወሳል። በአንጻሩ ኮሎኔል ገመቹ አያና ሲታሰር ግን የኦሮሞ ዝምታ አስደንግጦኛል። አሳፍሮኛል። ከገመቹ እና ከሚካኤል ቦረን ጋር ስወዳደር እኔ ባዶ ነኝ። ከአብዲ ረጋሳ እና ከከኒሳ ጋር ስወዳደር እኔ ማንም አይደለሁም። እነዚህ (ታሰሩ – ተፈቱ) የሚባሉ ታጋዮች በአስተዋጾአቸው ከጃዋር መሃመድ ወይም ከበቀለ ገርባ በላይ እንጂ በታች አይደሉም። በአጋጣሚ ግን ስማቸው ብዙም ሳይታወቅ ቆይቶ ሊሆን ይችላል።

ኦሮሞ የራሱን ጀግኖች ካላከበረ በተመሳሳይ የአገዛዝ አዙሪት ውስጥ መሽከርከሩ ሊቀጥል እንደሚችል ይሰማኛል!

ብታምኑም ባታምኑም በዚህ ዘመን የኦሮሞ ህዝብ በፕላኔታችን ላይ “ወዳጅ አገር” የለውም። የኦሮሞ ወዳጅ ራሱ ኦሮሞ ብቻ ነው። የኦሮሞ ህዝብ ቀንደኛ ጠላት ደግሞ “የከርሰ ምድር’ እና “የከርሰ ሰማይ” ሃብቱ ነው።

OROMOON FIRA HINQABU!

Tesfayee Gabreab/Gadaa

Afaan Oromootti kan hiike Mo’iiboon Baqqalaa Garbaa

Har’a dilbata bitootessa 1, 2020 hoogganooti miseensoti ABO oduu hidhamuusaanii dhagahee gaddeen oole.Gochaan kunis mootummaan xoophiyaa ABO irraa sodaa guddaafi dhiphina keessa akkanni seene naaf akeekeera.Addatti hiika biraa naaf kennuu hindandeenye.

Abdii Raggaasaa,Mikaa’el Booran.Dr.Shugguxee Galataafi Kennasaa Ayyaanaa qaamanan isaan beeka.Hiriyyoottankoo gaariidhas.Uummati Oromoo keessaa kan bahan gootota qabsaa’ota jajjaboo ta’uu isaaniis nan beeka.Kana jechuun guutuu jireenya isaanii namoota uummata Oromoof aarsaa godhanidha.

Akka fakkeenyaatti Mikaa’el Booran osoo Wayyaaneen taayitaa irra jirtuu Ertiraa irraa furguuggatee Oromiyaa seenuun erga itti kenname nama raawwatedha.”Goota Maraataa” akka tures nan beeka.
”Mikaa’eliin harka isaa qabanii mana hidhaatti fudhatan oduu jedhu yeroon dhaga’u dhokadhee mataakoo buusuu hindhoksine.Mikaa’eliin goota abbaan arge harkasaa qabee mana hidhaatti darbatu miti.

Seenaan Kennasaa Ayyaanaa waan addaati.Kitaaba guutuus ni ta’a.Yeddiifi Dr. Shuggux jireenya isaanii kabaja uummata Oromoo godhanii jiraataniiru.Kan beekus ni beeka.

Qabsaa’ota akkanaa kana akka hoolaatti harkifamanii yeroo hidhamanitti uummatni Oromoo akka kadhannaa calleensaafi dukuka kanaan yoo kan itti fufu tahe salphinni isaas daangaa dhaba.

Sabni Oromoo osoo gamtoome waan barbaade gochuu osoo danda’uu garaansaa qoqqoodamee arguu caalaa waanti nama suukkanneessu hinjiru.

Addisuu Araggaa/Naafxenyaa gammachiisuuf/ Ambotti yeroonni na arrabsu,uummati Oromoo deebii rifaasisaa Oromiyaa sochoose yeroonni kenne ni yaadatama.Fuggisoo kanaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhamee garuu calleensi uummata Oromoo na rifaasiseera,na qaanfachiiseras.Gammachuufi Mikaa’el waliin yoon of madaalchisu ani duwwaadha.Abdii Raggasaafi Kennasaa waliin yoon of madaalchisu ani waayyu miti.Isaan kun(Hidhaman-hiikaman) warreen jedhaman gahee isaaniitiin kan Jawar Mahaammed ykn Baqqalaa Garbaa ol malee gadi miti.

Akka tasaa garuu maqaan isaanii osoo hinbeekamiin turuu danda’aniiru ta’a.
Oromoon gootota isaa yoo hin kanabajne haaluma walfakkaatuun bittaa maraammartoo keessa naanna’aa itti fufuu akka danda’u natti dhaga’ama!
Yoo amantanis amanuu baattanis bara kana uummati Oromoo pilaanetii keenya kanarra ”Biyya Firaa ” hinqabu.Firri Oromoo Oromoo mataasaa qofaadha.

Diinni innikkaa uummata Oromoo ammoo qabeenya isaa lafa keessaafi lafa irraati.


Prof. Mohaammad Hasan

Haasaa har’a Prof. Mahaammad Hassan OMN irratti taasisan, dubbii haqaa hayyummaan guutamefi murteessaadha. Innis, dhimma bulchinsa Toophiyaa ammaa kanaafi kan dabre walcina fiduun kan ifoomsudha.

Akka isaan jedhanitti, “Oromoon har’allee sirnuma nafxanyaa (Kibre Nigist)fi namuma nafxanyaatiin bulaa akka jirudha. Nafxanyummaan, sirnaafi ilaalchadha malee, dhiigaan Amaara tahuufi dhiisuu miti. Kanammoo wanti mamaaf dhugoomsu, yeroo ammaa kan dur caalaa Oromummaan jibbamaa kan jirtuufi, sirni nafxanyummaa leellifamaa jiraachuudha. Yeroo ammaa harma muraan Anooleefin Caliin Calanqoo akka weeshoo/dramatti kan fudhatamaa jiruufi siudaan yaadannoo sanaaf kaa’amellee akka jigu taasifamaa jira. Kana malees kitaaba seenaa Toophiyaa keessa akka hingalle taasifamuutti jura. Kana gochuuf garuu uummatichi miidhaan sun irra gaheefi hayyoonni qoratanii dhugaa san barreessan mariisifamuu qabu ture. Kun osoo hintaane, namootuma habashaa tahan walitti qabnii mariirra jiru.

Kun osoo akkasiin jiruu, seenaan mootummoota habashaa harkaaf harma muranii kan akka Minilik fa’a, madaraa keessatri haaromfamaa jira. Dhimma kana Abiyyii qaamaan ofii kiyya gaafadheen jira. Akki itti naaf deebises, ‘Oromoon seenaa gootota mootummoota keenya dabranii akka hintaanetti hammeenyatti waan fudhatee jiruuf, kana jijjiiruufi’, naan jedhe”, jechuun piroofeesar Mohaammad Hassan dubbatanii jiru.

Egaan gabaabsinee hangana qofa fudhanne malee, haasawni hayyuu kanaa yoo dhaggeeffatame kan Oromoon hubannoo siyaasaafi kallattii jiru irraa hubatu waan taheef dhaggeeffadhaa jenna.

Guutummaa haasawa isaanii barreeffamatti jijjiirree qabannee dhufna.

Mohammed Ahimad irraa!

Similar Articles

Comments

  1. ኦሮሞ ከማንም የበለጠ ታሪክ ያለው ህዝብ ነው። የታሪክ አንጋፋ ሆኖ ዘመድ አልባነት የሚባል ነገር የለም። ተስፋዬም እንደ ህሳይያስ ሁሉ ኦሮሞን ስለ ከዳ ህዝባችን በቆራጥነት መታገላችንን አናቋርጥም። ድል ለኦሮሚያውያን !!

  2. Tesfaye Gebreabe,atichekul Oromo tagash new tolo ayinesam,sinesa weyewulachew min yegebu yehone. Ewunet elihalew Ak45,metireyes,tank,awuroplane ayadinachewum.Edime yesetew echin Ken yayal.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...