A Laboring woman on her way to hospital for delivery was killed by Ethiopian Army
Via Firomsa Abdissa, January 16, 2019
The army of PM Abiy Ahmed killed a laboring woman on her way to hospital for delivery on a motorcycle with a driver shot and killed, wounding her healthcare giver seriously. The bodies were lying on the street until this morning in the cold night of Dabbasoo town of Sayyoo Noolee area, West Wallaga.
The victims were:
1. Gizaw, a secondary school teacher
2. Ebbisaa, healthcare professional
3. A laboring woman on her way for delivery
===============
Waraanni mootummaa ammas Harmee Oromoo Ulfa ciniinsuurra jirrtu galaafate
Wallagga Lixaa keessatti waraanni mootummaa ammas irra deebiin dubartii ulfa Ciniinsuurra jirtu fi ogeessa fayyaa dubartii san yaalu waliin ajjeesan.
Gochaan gara jabinaa kun eda halkan Wallagga lixaa aanaa Sayyoo Noolee magaalaa Dabbasoo raawwate. Dhukaasa nama nagaatti baneen mootummaan namoota sadii yoo ajjeesan, tokko madoo ta’ee buufata fayyaa Dabbasoo galee jira(Eebbisaa). Reeffi namootaas bakkee bulee namootni reefuu argu. Maqaa namoota hundaa ammaaf hin qulqulleeffanne.
1. Barsiisaa Gizawuu(b/SAA sad.2ffaa)
2.Eebbisaa (ogeessa fayyaa)
3. Dubartii ciniinsuurra jirtu(_____) fi kan deessisuuf deemte(——–)