A Major Policy Consultation Conference Begun, Asmara, Eritrea, June 3, 2018

SBO/VOL, June 3, 2018). “Voice of Oromo Liberation” and “Gaaddisa Dhugaa TV” Happily announce to our readers, listeners, and our viewers that a Policy Consultation Conference which brought together several Oromo scholars of various expertise knowledge and experience and the OLF leaders at various capacities has began today, June 3, 2018 in the office of the Chairman of OLF, in the Capital of Eritrea, Asmara.

The objective of this conference is to examine what the post TPLF/EPRDF political, economic and social policies of Oromia and the Ethiopian Empire at large should be and to thoroughly discuss and debate on major policy matters and devise the best recommendations.

At the end of this conference, the Executive Committee of OLF is expected to hold its regular meeting and make decisions on organizational matters and on matters pertaining the struggle of the Oromo people for democracy, justice, and freedom and is expected to devise actions that need to be taken to implement those decisions.

“Voice of Oromo Liberation” and “Gaaddisa Dhugaa TV” would happily announce to our readers, listeners, and viewers that we will follow and report the developments and the outcome of this conference from the Conference venue.


Oduu Ammee/Breaking News;-Konfirensiin kufaatii sirna cunqursaa Abbaa-irree Wayyaanee/EPRDF booda haalli Siyaasaa Dinagdee fi Hawaasummaa Oromiyaa fi kan waliigala Impaayera Itoophiyaa maal fakkaachuu qabu irratti mariisisu eegale
June 3, 2018
By Qeerroo

(SBO/VOL – Waxabajjii 03, 2018) Hayyootaa fi Beektota Oromoo moyxannoo fi oggummaa gara garaa qaban hedduu fi Hoogganoota Adda Bilisummaa Oromoo bakka tokkotti fiduudhaan kan mariisisu Konfiransiin tokko guyyaa har’aa (Waxabajjii 03, 2018) teessoo Waajjira Hayyu-Duree Adda Bilisummaa Oromootti jalqabamuu isaa Sagaleen Bilisummaa Oromoo fi TV Gaaddisa Dhugaa gammachuudhaan dhaggeeffattootaa fi daaw’attoota keenya beeksisna.

Konfirensiin kun kufaatii sirna cunqursaa Abbaa-irree Wayyaanee/EPRDF booda haalli Siyaasaa Dinagdee fi Hawaasummaa Oromiyaa fi kan waliigala Impaayera Itoophiyaa maal fakkaachuu akka qabuu fi maal maaltu godhamuu/guutamuu akka qaban kanneen akeekan dhimmoota Imaammataa jajjaboo tahan irratti mariin bal’aa fi bilchaataan kan itti geggeeffamu taha.

Xumura Konfirensii kanaa boodas Shaneen Gumii Adda Bilisummaa Oromoo Walgahii isaa Dhaabbataa geggeeffatee dhimmoota Dhaabaa fi kan Waliigala Qabsoo Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun murtiilee fi tarkaanfilee barbaachisoo tahan ni fudhata jedhamee eegama.

Sagaleen Bilisummaa Oromoo fi TVn Gaaddisa Dhugaa dhimma kana jala bu’uudhaan yeroo yeroodhaan kan gabaasu tahuu irra deebinee dhaggeeffattoota, daaw’attootaa fi dubbistoota keenya beeksisna.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...