Aana Baddannoo Ganda ‘Biiftuu’ Qonnaan Bultoota’rraa Lafa Mootummaati Jechuun Dirqiin Samaa Jiru

MAALOO QILLEENSARRA NUUF OOLCHA
Aana Baddannoo Araddaa Madda Nagayaa Ganda ‘Biiftuu’ Jedhamutti Mootummaan Bilxiginnaa Qonnaan Bultoota’rraa Lafa Qonnaa Lafa Mootummaati Jechuun Dirqiin Samaa Jirti. Sababa Kanaaniis Qonnaan Bultoonni ’31’Ol Ta’an Lafa Isaanii Dhabanii Qe’ee Isaaniirraa Buqqifamaniiru. Kanneen Lafa Keenya Gad Hin Dhiisnu Jedhanii Didaniis, Waraana Sirnichaatin Akka Malee Reebamanii Hangi Tokko Hospitaala Inni Hafe Mana Hidhatti Dararamaa Jiru!
Qonnaan Bultoonni Lafa Isaanii Saamaman Maqaan Isaanii Kan Asii Gadii Kana:-👇
1. Jamaal Usmaanaa
2. Hassan Alishoo
3. Yoonis Abdullaa
4. Mahaammad Aammee
5. Abdallaa Aammee
6. Jamaalee Umaree
7. Jamaal Usmaanaa
8. Hamzaa Ahmadee
9. Muzammil Shakuur
10. Sufiyaan Abdullaa
11. Jibriil Alishoo
12. Sharafee Alishoo
13. Abdallaa Maammad Ahmad
14. Abaadiir Yuusuuf
15. Warra Usee (Maati Lama (2))
16. Ahmadnuur Yuusuf
17. Kadiir Yuusuf
18. Naasir Ahmad Siraac
19. Abduhab Abraahim
20. kaliifaa Sayid
21. Yuusuf Sayid
22. Mammad Abdullaa
23. Bayaan Mahammad Zakariyyaa
24. Abraahim Abdullaa
25. Mahaammad Siraac
26. Muhammad Xaahir
27. Waabee Xaahir
28. Mammadii Zakariyyaa
29. Muhammad Hassan
30. Abdallaa Aammee Fi Kan Hafaniis Jiru….
~~~~~
Gocha Qonnaan Bultoota Kanneen Irratti Raawwatame Kana Liqabambar(Bulchaa) Ganda Biiftuu Muhammad Abdusalaam’tu Harka Keessa Qaba

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.