Adooleysa 20,2018. Radio simbirtuu Barii Oduu Haaraya fi Qophii Haala yeroo Irratti Duula Shanyii
Dhageeyfadhaa waliif dabarsaa Sher like godhaa gltm
RSWO – Adoolessa 19, 2018: Akeekni Lolichaa Oromoofi Oromiyaa Yarsuudha [Oromticha Booranaa]
ODUU:
~ Ajjeechaafi dararaa loltoonni mootummaa koloneeffataa wayyaanee, Ilmaan Oromoo magaalaaleefi gandeen baadiyyaa Lixa Oromiyaa garaagaraa keessa jiraatanirratti raawwachaa jiran.
DAMBALII KEESSUMMAA: [Oromticha Booranaa]
“Akeekni Lola Daangaa Babal’ifannaafi Duguuginsa Sanyii Kutaalee Oromiyaa Garaagaraa Keessatti Ilmaan Oromoorratti Raawwatamaa Jiruu, Oromoofi Oromiyaa Yarsuudha”